top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Paartiileen Falasxiin xumura bara dhufuu filannoo  adeemsisuuf walii galan

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 23, 2017
  • 1 min read

Paartiileen Falasxiin mootummaa tokkoome ijaaruudhaaf filannoo waliigalaa dhuma bara 2018 keessa geggeessuuf kan waliigalan tahuu, ibsa gamtaan guyyaa kaleessaa magaalaa Kaayiroo keessatti kenniin beeksisan. Ji'a dabre irraa jalqabee Hamaas fi Fatah dabalatee paartiileen Falasxiin hundi, waldhabbii isaan jidduu ture furuudhaaf Kaayiroo keessatti marii kan geggeessaa jiran tahuun ni beekkama.

Gamaa biraatiin ammoo komishiiniin filannoo Falasxiin, waliigaltee kana gammachuudhaan kan simatu tahuu ibsuudhaan, gamanumaa qophii kan jalqabu tahuu ibse. Komishiinichi Itti dabaluudhaan yeroo dhihoo keessatti marii paartiilee waliin eega geggeessee booda, guyyaa Filannoo kanaa ummataaf kan beeksisu tahuu ibse.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page