Search
Mootummaan Faransaay, murtii qondaaltonni Isra'eel manneen haarawa 3000 ol, dachii Falasxiin naa
- NuuralHudaa
- Oct 20, 2017
- 1 min read

Ministeerri dhimma alaa Faransaayi ibsa guyyaa hardhaa baaseen
Qondaaltonni Isra’eel murtii isaanii kana akka dhiisanii fi walii galtee Addunyaa akka kabajuu qaban gaafate.
Akkasuma karoorri Isra’eel kun kan naannichatti nagaan akka hin jiraanne godhuu fi Imaammata koloonii geggeessuutti, kolooneefatuun immoo akka seera addunyaatti yakka jechuun balaalefate.
Akka seera Addunyaatti weerarri naannawa West Baankii fi magaalaa Aqsaatti godhamaa jiru, akkasumas ijaarsi naannawa sanitti ijaaramu seeraan ala tahuu ibsa.
Comments