

Yakkamaan waraana Boosniyaa tokkoo mana murtii keesstti summii dhuguun du'e.
Mudannoon kun Roobii dabre November 29/2017 manaa murtii Zeheeg keessatti mudate. jeneraal Islobodaan Praaljaak ajajaa waraana...


Kaadhimamaan Filannoo Prezdaantummaa Chiilii tokko, Isra'eel "farra nageenya addunyaati &qu
Edwardoo Artes filannoo Prezdaantummaa Chiilii Novembeer 19/2017 geggeeffamu irratti kaadhimamaa yoo tahu, gaaffii fi deebisaa...


Mootummaan Sa'udii "Iiraan weerara nu irratti geggeessaa jirti" jedhe.
Ilmi Malika Sa'udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu,...


Ministeeroonni Kaatalooniyaa duraanii saddeet Ispeenitti hidhaman.
Manni murtii Ispeen Ministeeroota Kaatalooniyaa saddeet sababaa labsii Walabummaatti cichaniif kan hidhe tahuu BBC'n gabaase....


Dheebuun Walabummaa Ummata Kaatalaan Eessarraa Garamitti?
Kaatalooniyaan naannoo Kaaba baha Ispeenitti argamtu yoo taatu, jiraattonni isii ammoo Ummata Kaatalaan jedhamu. Nannoo isaaniitiin...


Mootummaan Ispeen bulchiinsa Kaatalaan diiguu labse.
Parlaamaan Bulchiinsa Kaatalaan juma'aa kaleessaa Ispeen irraa walaba bayuu erga labsee booda, muummichi ministera Ispeen Mariyaanoo...


Paarlaamaan Kaatalaan Ispeen irraa Walaba bayuu labse
Miseensota Parlaamaa 135 keessaa isaan 70 tahan Kaataloon Ispeen irraa akka walaba baatu sagalee isaanii kennan, miseensonni 10 immoo kan...


Bulchiinsi Katalooniyaa Wixinee Mootummaa Ispeen kan hin fudhanne tahuu ibse.
Hoogganaan Bulchiinsa Kataloon Karloos Piyugmoont, wixineen Mootummaan Ispeen kutaa Kataloon kallattiin mootummaa jiddu galeessaa jalatti...


Mootummaan Faransaay, murtii qondaaltonni Isra'eel manneen haarawa 3000 ol, dachii Falasxiin naa
Ministeerri dhimma alaa Faransaayi ibsa guyyaa hardhaa baaseen Qondaaltonni Isra’eel murtii isaanii kana akka dhiisanii fi walii galtee...


Waldhabbiin Ameerikaa fi Turkiyaa jiddutti uumame hammaataa jira.
Imbaasiin Ameerikaa Turkiyaa keessa jiru guyyaa kaleessaa Viizaa namoota Turkiyaa irraa gara Ameerikaatti imalaniif kennuu kan dhaabe...