

Turkiyaan gargarsa doolara Miliyoona Shantamii Afur Muslimoota Rohingiyaatiif gumaachuu karoorsite.
Gabaasni Ministira Fayyaa Turkiyaa irraa guyyaa hardhaa bahe, Mootummaan Turkiyaa muslimoota Rohingiyaa kan duguggaa sanyii waraana...


Filannoo Jarmanitti gegeefameen Injifannoon gareen jibbiinsa muslimoota leellisu argate Muslimoota b
Filannoo Paarlaamaa Fedraalaa biyya Jarman kan Alhada dabre geggeeffameen, gareen jibbiinsa Muslimootaa fi baqaatootaa qabu kan...


Turkiyaan baqattoota lammiilee Suuriyaa 50,000 ol ta’aniif lammummaa kennuu eegalte.
Turkiyaan baqqattootaa Suuriyaa biyya isii keessa jiran keessaa namoota 50,000 lammummaa kennuuf sochii jalqabuu isii gabaasni Anadooluu...


Haati Warraa Prezdantii Turkiyaa baqattoota Rohingiyaa Daaw’atte.
Haati warraa prezdantii Turkiyaa, Aadde duree Aminaa Erdogan guyyaa hardhaa gara Baangiladish imaluun baqattoota Rohingiya Ziyaaruu isii...


Eddoolli Kaaribiyaan Bubbee hamaan dhahamte.
Bubbeen Irmaa jedhamu kun Har’a Eddoola Faransaay kan naannaawa Kaaribiyaatti argamutti gamoowwan heddu barbadeesse. Ministeerri haajaa...


Turkiyaan muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa ergite.
Dubbi himaan prezdantii Turkiyaa Mr Kaliin, ejensiin gargaarsa Turkii muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa toonii 1,000 raabsuuf...


Prezdaantiin Turkiyaa dararaa muslimoota Rohingaa ilaalchisee hoggantuu Miyanmaar waliin mariyate.
Prezdantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogan dararaa muslimoota Rohingaa ilaalchisee, hooggantuu Miyanmaar Angi San Sushi waliin guyyaa...


Mootummaan Turkii, "yoo dhaabbanni mootummoota gamtoomanii dide, nuti mootummaa Miyaanmaar irra
Pirezdantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan, Kora dhaabbata mootummoota gamtoomanii kan dhuma ji'a kana keessa Niiwuyoorkitti geggeeffamu...


Kamiisa darbe Xaaliyaan keessatti baqattoota Itoophiyaa fi Eertiraa irratti reebichi raawwatamuu gab
Reebichi kun poolisoota Xaaliyaaniin kan raawwatame yoo tahu, namoonni heddu miidhamuun beekkameera. Poolisoonni gara gamoo baqattoonni ...