top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Turkiyaan muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa ergite.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 5, 2017
  • 1 min read

Dubbi himaan prezdantii Turkiyaa Mr Kaliin, ejensiin gargaarsa Turkii muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa toonii 1,000 raabsuuf qophaayee jira jedhe.

Gargaarsi mootummaa Turkiyaa irraa godhame kun kan jalqabaa yoo tahu , Sodaa nageenya naannawa san jiruutiif jecha Helikooftara waraanaatiin kan raabsamu tahuunis ibsameera.

Gargaarsi Turkiyaan goote kun nyaata, huccuu fi dawaa adda addaa yoo tahu, of duraafis mootummaan Turkiiyaa maatiiwwan Roohingiyaa 100,000f gargarsa godhuuf karoora kan qabu tahuus ibsee jira.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page