

Reeffi namoota 74 Biyya Liibiyaa qarqara Magaalaa Zaawiyaa biratti argame
Akka gabaasa fannoo diimaatti, yoo xiqqaate reeffi baqattoota 74 bishaaniin fuudhame, Biyya Liibiyaa magaalaa Zaawiyaa, cinatti argamee...


Lammiiwwan Itiyoophiyaa Imbaasii Suudaan duratti hiriira bahanii turan akka adabaman murteeyfame.
Jimaata darbe lammiiwwan Itiyoophiyaa Sudaan magaalaa Kaartum keessa jiraatan sababa Mootummaan Suudaan mallaqa kaffaltii waraqaa...


Paarlaamaa Ingiliiziitti Daawwannaa Tiraamp ilaalchisee Falmii guddatu geggeeffamaa jira.
Guyyaa hardhaa Paarlaamaa Ingiliiziitti mormiin guddaan miseensota mana marii Ingiliizii jiddutti dhimma daawwannaa pirezedaantii...


Obbo Baqqalaa Garbaa fi Namoota isa waliin himataman irratti Abbaan Alangaa ragaa Viidiyoo dhiheeffa
Guyyaa kaleessaatti manni murtii himannaa Abbaan Alangaa hooggantoota siyaasaa fi namoota galmee Obbo Gurmeessaa jalatti himateef ragaa...


OPDO'N qabeenya uumamaa too'annaa Abbootii qabeenyaa harkaa fuudhuu jalqabde.
Dhaabbanni ummata Oromootiif dhaabbadhe ofiin jechuun ajjeechaa fi saamicha qabeenya ummata irratti waggoota dheeraaf geggeessaa jiru...


Barattoota Magaalaa Kombolchaatti Diinii barataan Wahaabiyyoota jechuun qaraatii irraa kan ari'a
Naannoo Amaaraa godina Walloo kibbaa magaalaa Kombolchaatti Ahbashoonni barattoota Ilmii barataa turan, Kiibxata dabre gurraandhala...


Baqattoota Itiyoophiyaa Sudaan keessa jiran waraanni mootummaa Sudaan tumuun beekame.
Guyyaa hardhaa baqattoonni Itiyoophiyaa kan Sudaan keessa jiraatan Imbaasii Itiyoophiyaa kan magaalaa guddittii Sudaan Kaartumitti...


Weerarri Makalakayaa fi Liyyuu Poolisii Naannoo Sumaalee cimee itti fufeera.
Godinaalee Naannoo Oromiyaa kan daangaa naannoo Sumaaleetti walqunnamsiisanitti ajjeechaan fi saamichi lafa Oromoo irratti geggeeffamu...
Aanaa Midhaagaa Tolaatti hooggantoonni aanaa walgahii waamanii ummanni argamuun marii isaanii diduun
Godina Harargee Bahaa aanaa Midhaagaa Tolaa magaalaa midhaagaatti kamisa hardhaa mootummaan ummata walgahiif kan waame yoo tahu, ummanni...


OPDO'n hooggantoota mootummaa 4,460 tahan irratti tarkaanfiin fudhatamee jira jetti.
Hooggantoota Biiroowwan Naannoo irraa hanga waajjiraalee sadarkaa aanaatti argaman 4,460 tahaan irratti tarkaanfiin fudhatamee jira...