

Masjiida Filooridaa magaalaa Taampaatti ibbiddi qabsiifame.
Masjiidni Ameerikaa kutaa Filooridaa magaalaa New Taampaatti argamu ganama hardhaa ibiddan gubbamuu ABC News gabaseera. Ibiddi kun halkan...


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii(UN), murtiin hidhaa loltuu Israa'eel irratti darbe kan fudhat
Kiibxata dabre manni murtii Israa'eel loltuu Elor Azaariyaa jedhamu kan dargaggeessa lammii Falisxiin rasaasaan dhahamee madaayee lafa...


Turkitti Miseensota Waraana biyyattiitiif Hijaaba uffatuun heeyyamame
Dubartoonni Miseensa Waraana Turkii hijaaba rifeensa isaanii haguugu uffatuu akka danda’an Ministeerri Ittisa Turkii guyyaa Arba’aa...


Weerarri Liyyuu Poolisii Naannoo Sumaalee guyyaa hardhaatis itti fufeera.
Weerarri Liyyuu Poolisii naannoo Sumaalee fi waraanni makkalaakayaa daangaa naannoo Oromiyaa seenuun geggeessaa jiru guyyaa hardhaatis...


Mormitoonni Suuriyaa qajeela Mootummaa Bashaar waliin haasawuu barbaadna jedhan.
Mormitoonni Suuriyaa kutaa gara garaa keessa teenyee namni nu jedduu deemuu irraa, bakka bu’oota Mootummaa waliin gola takka keessa,...


Imaammatni mootummaan Afrikaa kibbaa Mana Murtii idil Addunyaa keessaa bahuuf dhiheeffate kuffifame.
Manni Murtii olaanaan Afrikaa kibbaa Imaammata mootummaan isaanii miseensummaa Mana Murtii Yakkamtoota Idil Addunyaa (International...


Muslimoonni Naannoo Tigraayi irraa hidhaman ammas Bitootessa 11/2009 beellamaman.
Muslimoonni naannoo Tigraayi aanaa Raayyaa Azeeboo iddoo Kukuftoo jedhamu irraa Isin Wahaabiyyaa jechuun qabamanii magaalaa Macceewu...


Manni Murtii Israa’el Loltuu Lammii Falasxiini ajjeese irratti murtee ji’a 18 qofaa dabarse.
Loltuun Elor Azaariyaa jedhamu kun dargaggeessa Falasxiin kan rasaasaan dhahamee madaayee lafa dhahee jiru, Abdul Fattaah Shariif jedhamu...


Harargee Lixaa Magaalaa Bordoddeetti lola guddatu deemaa oole.
Ganama hardhaa sa'aa 4:30 irraa eegalee Harargee lixaa magaalaa Bordoddeetti waraanni liyyuu poolisii naannoo Sumaalee lola guddaa banuu...


Sheekh Muhammad Suruur Husseen Aakiraman.
INNAALILLAAH WA'INNAA ILEYHI RAAJI’UUN. Sheekni guddaan godina Arsii magaalaa Xareetaatti waggoota dheeraaf hawaasa muslimaa naannawa...