

Boombii waggaa tokko dura masjiida Anwaaritti darbameef Mootummaan nama ni shakke jedhe irratti hima
Waggaa dabre Arfaasaa 2008 masjiida guddicha Anwaar kan magaalaa Finfinnetti argamutti warra ayyaana Mawulidaa walitti bahuun masjiida...


Doonald Tiraamp ammas qajeelfama biyyoonni muslimaa akka Ameerikaa hin seenne ugguru mallatteesse.
Pirezedaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp eega aangoo qabatee booda guyyoota muraasa keessatti imaammata isaa haarawa hedduu mallatteesse....


Sumaaliyatti sababa Hoongeetiin guyyaa lama keessatti lubbuun nama 110 darbuu gabaafame.
Muummichi Ministeeraa Sumaaliyaa beelaa fi dhukkuba sababa hoongeetiin biyyattii keessatti mudateef namoonni 110 oli tahan sa'aa 48...


Magaalaa Bulee Horaatti sagantaa Daa'waa guddaan geggeeffamaa akka jiru gabaafame.
Naannoo Oromiyaa masjiida Kariima kan magaala Bulee Horaa ganda 03tti sagantaan daa'waa fi galii masjiidaa itti sassaaban guddaan...


Yakki Shororkeessummaa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa irratti banamee ture kan seeraan
Wirtuun idil addunyaa Seerri hojii irra akka oolu hojjatu(International Law Practice Lab) kan magaalaa Nashviil Tenes kan Yuunivarsitii...


Warri amantaa Piroteestaantii duula muslimoota Burjaajessuu cimsanii itti fufaa jiraatuu gabaafame.
Warri amantaa Piroteestaantii kitaabota Islaamaa afaan adda addaatiin qophaa'an walfakkeessanii qopheessuun kan hawaasa muslimaa...


Hooggantoonni Kongiressii Federaalistii Oromoo guyyaa hardhaa Mana Murtii dhihaatan.
Obboo Baqqalaa Garbaa fi namoonni isa wajjiin galmee Gurmeessaa Ayyaanoo jalatti himataman guyyaa hardhaa mana murtii dhiyaatuu...


Manni Murtii Kaayiroo Pirezedaantiin Misraa duraanii yakka himatameen irraa bilisaan akka lakkifamu
Manni Murtii olaanaa Kaayiroo guyyaa hardhaa yakka ajjeechaa Pirezedaantiin Misraa duraanii kan waggaa 30f biyyattii bulchaa ture Husnii...


Godina Walloo Kibbaatti dararaa fi hidhaan muslimoota irratti raawwatamu cimee itti fufeera.
Naannoo Amaaraa godina Walloo kibbaa magaalaa Mashaa Maqdalaatti muslimoonni hidhamaa jiraatuu odeeffannoon argame ni addeessa. Kanaan...


Masjiidni Tawbaa kan naannawa Qirqoositti argamu diigamuuf tahuu gabaafame.
Masjiida Tawbaa kan magaalaa Finfinnee aanaa Qirqoosiitti argamu mootummaan lafti masjiidichaa misoomaaf barbaadama jechuun diiguuf tahuu...