

Sababa Hoongeetiin Barattoonni kuma 250 Ol tahan barnoota dhiisuun gabaafame.
Dhaabbanni Mootummoota gamtoomanii gabaasa baase irratti hoongeen Itiyoophiyaa keessatti muldhataa jiru sadarkaa yaaddessaa irra jiraatuu...


Magaalaa Kombolchaatti Darasoonni Masjiida Taqwaatti qara'aa turan Wahaabiyya jechuun ari'am
Naannoo Amaaraa godina Walloo kibbaa magaalaa Kombolchaatti Barattoonni qaraatii diinii masjiida Taqwaatti barataa turan Isiin kaafiraa...


Odeeyfannoo amma nu gahe.
Lola guyyaa hardhaa waraana Liyyuu Poolisii naannoo Sumaalee fi Poolisii naannoo Oromiyaa jiddutti aanaa Midhaagaa Tolaatti...


Weerarri Liyyuu Poolisii naannoo Sumaalee ammas cimee itti fufeera.
Halkan edaa aanaa Miidhagaa Tolaa araddaa Mudhii balii, iddoo Waccuu jedhamutti loltoonni naannoo Sumaalee saamichaa fi weerara nu...


Muummichi Ministeeraa lola daangaalee irratti geggeeffamaa jiruuf hooggantoota mootummaattu itti gaa
Muummichi ministeera Itiyoophiyaa ibsa guyyaa kaleessaa miidiyaalee mootummaaf kenne irratti lola daangaalee Oromiyaa fi mootummaa...


Yuunivarsitii Sharjaah Seenaa Saayinsii Muslimootaa irratti hundaa’uun sagantaa Badhaasaa jalqabuuf
Walgahiin Pirezedaantii Yuunivarsitii Sharjaah fi Miseensa mana maree waliigala UAE kan tahan Sheekh Sulxaan Bin Muhammad Al Qaasimiin...


Bulchiinsi Kutaa Hawaay uggura Tiraamp biyyoota Muslimaa irratti baase mormuun himannaa bane.
Seera Pirezedaantii Ameerikaa yeroo lammataaf lammiiwwan biyyoota muslimaa 6 akka Ameerikaa hin seennee fi ji'a Afuriif baqattoonni akka...


Paarlaamaan Israa'eel seera Azaana ugguruu raggaasise.
Miseensonni Paarlaamaa Israa'eel guyyaa kaleessaa seera Azaana ugguruuf kanaan dura dhihaate sagalee caalmaan raggaasisuu gabaafameera....


Guyyaa kaleessaa magaalaa Jimmaa ganda Bachoo Booreetti mormiin guddaan geggeeffamu gabaafame
Sababni mormii kanaa lafaa waggaa 9 ol Mootummaan maqaa misoomaatiin qabatee osoo waan tokko irratti hin hojjatin ture, amma ummata irraa...


Magaalaa Dodolaa keessatti ajjeechaan dhoksaan raawwatamaa jiraatuu gabaafame.
Halkan Edaa magaalaa Dodolaa keessatti namni tokko qaama hin beekamneen kan ajjeefame yoo tahu, guyyaa hardhaa waraanni mootummaa...