top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Guyyaa kaleessaa magaalaa Jimmaa ganda Bachoo Booreetti mormiin guddaan geggeeffamu gabaafame

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Mar 9, 2017
  • 1 min read

Sababni mormii kanaa lafaa waggaa 9 ol Mootummaan maqaa misoomaatiin qabatee osoo waan tokko irratti hin hojjatin ture, amma ummata irraa buqqisuuf karoorfate akka dhaabu ummani kan morme yoo tahu, Qondaaltonni mootummaa naannoo irraa dhufanis achi jiraatuu odeeffannoon argame ni addeessa.


Ummanni mormii kana irratti qondaaltota naannoo irraa dhufuun achi turan kanaan isiin hin beeknu jechuun ofirraa ari'uu maddeen gabaasaniiru.


Lafti kun waggaa dheeraaf dallaan qofti itti naanneffamee faayidaa takka malee kan ture tahuus odeeffannoon argame ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page