top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Weerarri Liyyuu Poolisii naannoo Sumaalee ammas cimee itti fufeera.

  • Nuural Hudaa
  • Mar 10, 2017
  • 1 min read

Halkan edaa aanaa Miidhagaa Tolaa araddaa Mudhii balii, iddoo Waccuu jedhamutti loltoonni naannoo Sumaalee saamichaa fi weerara nu irratti godhan jechuun jiraataan araddaa sanii nuuf himeera.

Akka jiraatan araddaa Waccuu nuuf himetti

Loltoonni mootummaa naannoo Sumaalee, kan nama Ismaa'iil Rashiid jedhamuun durfaman mana baruumsaa Waccuu guutumaan guututti barbadeessanii, akkasumas nama 8 fuudhanii kutan" jedha.

Weeraraa fi saamichi loltoonni mootummaa naannoo Sumaalee daangaa Oromiyaa darbuun raawwataa jiran guyya irraa guyyatti dabalaa jira jechuunis jiraataan naannawa sanii nuuf himeera.

____________ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x

NuuralHudaa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page