Search
Magaalaa Dodolaa keessatti ajjeechaan dhoksaan raawwatamaa jiraatuu gabaafame.
- NuuralHudaa
- Mar 7, 2017
- 1 min read

Halkan Edaa magaalaa Dodolaa keessatti namni tokko qaama hin beekamneen kan ajjeefame yoo tahu, guyyaa hardhaa waraanni mootummaa sakatta'iinsaa fi dararaa guddaa kan geggeessa jiru tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.
Magaalaa Dodolaa keessatti ji'a kana keessa namni 4 qaamota eenyummaan isaanii hin beekamneen halkan waraanamanii kan ajjeefaman tahuu maddeen gabaasaniiru.
Halkan edaatis namni 1 rasaasaan dhahamee ajjeefamuu oddeeffannoon naannawa irraa nu gahe ni addeessa.
Comments