Search
Odeeyfannoo amma nu gahe.
- NuuralHudaa
- Mar 10, 2017
- 1 min read

Lola guyyaa hardhaa waraana Liyyuu Poolisii naannoo Sumaalee fi Poolisii naannoo Oromiyaa jiddutti aanaa Midhaagaa Tolaatti geggeeffameen Miseensi Poolisii Oromiyaa Hassan Aadam jedhamu kan ajjeefame fi isaan 3 kan madaa'an ta'uu odeeffannoon naannawa irraa argame ni addeessa.
Poolisoonni madaa'an:
1.Abdulhakiim Muhammad
2.Ibsaa Muhammad fi tokko maqaan kan hin beekamin tahuu gabaafameera
Commentaires