

Mootummaan Sa'uudii lammiiwwan biyya alaa kan hayyama jireenyaa hin qabne ji'a 3 keessatti a
Lammiiwwan biyyoota adda addaa irraa gara Sa'uudii seenuun hayyamni jireenya isaanii sababa adda addaan irraa kufe ,osoo tarkaanfiin...


Haleellaan Xayyaara Ameerikaa, namoota nagayaa galaafatuu isaa itti fufee jira. Odeeyfannoo
Eega Donald Trump aangoo qabatee as, haleellaan Ameerikaan Iraaq, Suuriyaa fi Yaman irratti raawwattu daran dabalee jira. Haleellaa...


Masjiidni Jaarraa 15ffaa keessa Otomaan Turkiin ijaarame gubate.
Masjiidni kun jaarraa 15ffaa keessa iddoo Didymoteicho jedhamu kan kaaba baha Giriikiitti argamutti Otomaan Turkiin kan ijaarame yoo tahu...


Imaltoonni biyyoota muslimaa 8 akka meeshaa Elektirooniksii qabatanii Ameerikaa hin seenne ugguramuu
Ministeerri nageenya biyya Ameerikaa (DHS) Imaltoonni biyyoota muslimaa 8 irraa tahan bilbilaa harkaa(Mobaayila) alatti meeshaa...


Balaa Xiyyaara Sudaan Kibbaa irra gaheen lubbuun Imaltoota 44 darbu gabaafame.
Balaa Xiyyaara Sudaan Kibbaa irra gaheen lubbuun Imaltoota 44 darbu gabaafame. Xiyyaarri kun kan mootummaa Sudaan kibbaa yoo tahu,...


Manni Murtii olaanaa oliyyannoo muslimoonni galmee Amaan Asaffaa jalatti dhiheeffatan kuffise.
Muslimoonni galmee Amaan Asaffaa jalatti himatamuun hidhaan adabbii itti murteeyfamee ture Fulbaana 18/2009 murtiin nu irratti darbe...


Ameerikaan Haleellaa Xayyaara raawwatten Muslimoota masjiida keessa jiran ajjeefte.
Xayyaarri Waraana Ameerikaa haleellaa halkan kamisaa Kutaa bulchiinsa Aleepoo jalatti kan argamtu Baadiyaa Al Jiinaa irratti raawwatteen,...


Baqattoonni Sumaaliyaa Dooniin imalaa turan ajjeefaman
Baqattoonni Somaaliyaa 31 kan dooniin imalaa turan, haleellaa helikooptaraan isaanirratti raawwatameen ajjeefamuu isaanii, Poolisiin...


Israa’eel haleellaa Xayyaaraa Suuriyaa irratti raawwatte
Xayyaaronni Israa’eel Halkan Kamisaa Suuriyaa Haleelaa akka bulan, dubbi himaan waraana Israa’eel ibsee jira. Mootummaan Suuriyaatis...


INNAALILLAAH WA'INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN!
Sheekh Abdulnuur Areeroo Aakiraman. Daa'iin beekamaan godina Booranaa kan tahan Sheekh Abdulnuur Areeroo guyyaa hardhaa kan Aakiramanii...