

Biyya Hindiitti nama muslimaa tokko loon qaluuf gara magaalaa biraatti fe'aa jirta jechuun ajjee
Biyya Hindiitti namni muslimaa tokko loon gabayaa irraa bituun gara magaalaa biraatti fe'uun osoo imalaa jiru, hordoftoota amantaa...


Komishiniin mirga Namooma Itiyoophiyaa balaa ibidda mana hidhaa Qiliiinxoo ilaalchisee gabaasa dhihe
Komishinii mirga Namoomaa mootummaa Itiyoophiyaa guyyaa hardha balaa ibidda mana hidhaa Qiliinxootti Hagayya 28, 2008 ka'e ilaalchisee...


Dhalattoota Oromoo mana hidhaa Harariitti hidhaman 44 jidduu 42 hiikkamuu gabaafame.
Ji'a 4 dura labsii yeroo muddamaan walqabatee naannoo Hararii mana hidhaa magaalaa Harariitti dararamaa kan turan dhalattoonni Oromoo 42...


Lakkoofsi Namoota nagayaa guyyaa hardhaa Haleellaa Keemikaalaatiin Suuriyaa keessatti ajjeefamanii f
Yoo xiqqaate hanga ammaatti lubbuun lammiiwwan 100 olii kan badee fi namoonni 500 ol tahan miidhamanii yaalamaa jiraatuu odeeffannoon...


Manni Murtii Dararaan namoota mana hidhaa Qilinxoo gubdan jechuun hidhaman irratti raawwatame akka
Balaa Ibiddaa mana hidhaa Qilinxootti ka’een walqabatee abbaan alangaa namoota 38 tahan isintu gube jechuun himannaa itti banuun ni...


Haleellaa Keemikaalaa Idliib irratti raawwatameen lammiileen Suuriyaa 58 ajjeefamuu gabaafame.
Haleellaa Keemikaalaa magaalaa Kaaba baha Suuriyaa kan too’annaa mormitootaa jala jirtu irratti geggeeffameen namoonni nagayaa 58 kan...


Dhukaasa buufata Baaburaa Raashiyaatti mudateen lubbuun nama 10 baduu gabaafame.
Dhukaasa buufata Baaburaa Raashiyaatti mudateen lubbuun nama 10 baduu gabaafame. Dhukaasa buufata Baaburaa magaalaa Petersburg jedhamutti...


Aalimni guddaan Biyya keenya Sheekh Muhammad Hamiddiin gara biyyaatti deebi'an.
Sheekh Muhammad Hamiddiin biyyoota adda addaa irra deemuun hawaasa muslimaa biyya alaa jiraataaniif Da'awaa kan godhaa turan yoo tahu,...


Balaa Sigiga lafaa Kolombiyatti uumameen lubbuun namoota 250 baduu gabaafame.
Rooba guddaa Magaalaa Moko'aa kan kibba dhiha Kolombiyaatti argamtutti Roobeen lafti sigigaatuun lubbuun nama 254 ol baduu fi namootni...


Gamoo Paarlaamaa Paraguwaay ummanni ibidda itti qabsiisuu gabaafame.
Magaalaa gudditti Paraguwaay Asunsiyooniitti halkan jimaataa sababa Pirezedaantiin Paraguwaay kan aangoo irra jiru Haraasiyoo Kartees...