top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Gamoo Paarlaamaa Paraguwaay ummanni ibidda itti qabsiisuu gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 1, 2017
  • 1 min read


Magaalaa gudditti Paraguwaay Asunsiyooniitti halkan jimaataa sababa Pirezedaantiin Paraguwaay kan aangoo irra jiru Haraasiyoo Kartees heera biyyattiitiin alatti yeroo lammaffaaf akka filatamu jechuun Senetoonni dhoksaan labsan, heera Paraguwaayiitti Pirezedaantiin waggaa 5 qofa akka bulchu kan hayyamu yoo tahu, ummatni gocha kana mormuun halkan kaleessaa mormii guddaa geggeessuun gamoo paarlaamicha ibiddaan kan barbadeessan ta’uu gabaafameera.


Seneetoonni mormii kana booda ganama hardhaa walitti qabamuun labsii pirezedaantichi yeroo lammaffaaf akka filamu kaahanii turan kan haqan tahuu gabaasni CNN irraa argame ni addeessa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page