

Eega labsiin dhiifamaa labsamee as, lammiileen biyya teenyaa namoonni 200 qofati gara biyyaa deebi’u
Mootummaan Sa’ud Arabiyaa, Namoonni hayyama jireenyaa malee biyya isaa keessa jiraatan rakkoo tokko malee akka bahaniif jecha, labsii...


Abbootiin Qabeenyaa warshaalee Simintoo, iddoowwan albuudaa mootummaaf kan hin deebisin ta’uun gabaa
OPDO'n fincila diddaa gabrummaa ummanni Oromoo kaase tasgabeessuf jecha tooftaalee adda addaa fayyadamuun ummata sobuuf yaalaa jirti....


Lammiiwwan Falasxiin kan mana hidhaa Israa'eliitti hidhaman mormii nyaata lagachuu irra jiraatuu
Lammiiwwan Falasxiin kan mana hidhaa Israa'eliitti hidhaman mormii nyaata lagachuu irra jiraatuun isaanii gabaafame. Falasxiinoonni 1,000...


Magaalaa Shaashamanneetti waldorgommiin Hifzii Qur'aanaa geggeeffamu gabaafame.
Magaalaa Shaashamannee ganda 04 , masjiida Anwaaritt guyyaa hardhaa sagantaa Da'awaa fi Waldorgommiin Hifzii Qur'aanaa Ustaazoota...


Ummanni Turkiyaa guyyaa har’aa Sagalee heera mootummaa jijjiiru irratti rifarandamii geggeessaa jira
Lammiileen Turkii Rifarandamii sirna bulchiinsa biyyattii gara “Presedetial” tti jijjiiruuf karoorfame irratti; guyyaa har’aa EBLA...


Baqattoonni Afrikaa 97 galaana Meediteraaniyaanitin nyaatamuun gabaafame.
Baqatoonni Afrikaa 97 tahan kan daraaraa fi cunqursaa akkasumas jireenya foyyaa'aa barbaaduf jecha biyya isaanii lakkisaanii, galaana...


Konfaransiin Idil-Addunyaa Islaamaa Biyya Keeniyaa Magaalaa Naayroobiitti gaggeeffamuuf deema.
Konfaransiin maqaa “Journey Of Faith -Africa” jedhamuun beekkamu yeroo Afraffaaf Keeniyaa Magaalaa Naayiroobii jiddu-gala konfaransii...


Manni Murtii Haangarii seera muslimoota ugguruuf bahe kuffise.
Dhiheenya kana Bulchaan Magaalaa Aashootalom (Assotthaloom) “Mallattoolee Islaamummaa Ibsaniifi Muslimoota Magaalaa tiyya keessatti arguu...


UN“Beelli bara kana mudate lubbuu namoota hedduu galaafatuu hin oolu” jedhe.
"Beelli bara kanaa kan bara 2011 gaanfa Afrikaa mudatee lubbuu namoota 260,000 ol balleesseen walfakkaata. Sababaa beela kanaatiin...


Kaampiin Baqattootaa kan biyya Faransaay Keessatti argamu tokko ibiddaan gubate.
Kaampiin kun Grande-Synthe jedhama. Baqattoonni 1,500 ol tahan kaampii kana keessa qubatu. Akka poolisiin faransaay jedhetti, walitti...