

Wiirtuun Muslimoota Oromoo biyya Misraa mana madrasaa bitachuuf sochii jalqabe.
Baqattoonni Oromoo biyya Misraa keessa jiraatan, mana madrasaa mataa isaanii bitachuuf sochii akka jalqaban ibsan. Yeroo ammaa kana...


Walgahiin ijaarsa Yuunivarsitii Islaamaatiif yaamame; majiliisa mootummaatiin akka hin geggeefamne d
Dhimma Yuunivarsitii Islaamaa biyyattii keessatti kan jalqabaa ta’e ijaaruuf karoorfame irratti; guyyaa hardhaa marii geggeessuuf...


Sagantaan Da'awaa fi eebba Barattootaa magaalota adda addaa keessatti haala bareedaan geggeeffam
Magaalaa Ijaajii keessatti ;sagantaan eebba Haafizoota Qur'aanaa fi markaza Umar Ibnul Khaxxaab ijaruudhaaf galii waliitti qabuuf...


Biyya Jarmanii keessatti Paartiin farra-baqattootaa koonfaransii geggeessaa jiraatuun gabaafame.
Paartiin AfD jedhamu konfaransii guyyaa lamaaf turu magaalaa Kolony jedhamtu keessatti jalqabuu isaa Al Jaziiraan gabaase. Paartiin kun...


Sagantaan Da'awaa guddaan magaalaa Arsii Nageelleetti geggeeffame.
Sagantaan moonaa masjiida Nuuriitti geggeeffama jiru kun kaaayyoon isaa, Ulamaa'oota biyya biyya jiran waliitti fiduun wal barsiisuu,...


Jama'aan dargaggoota magaalaa Jimmaa muslimoota mana hidhaa Ziwaayitti argaman Ziyaaraan.
Dargaggoonni 40 ol tahan Alhaada darbe magaalaa Jimmaa irraa ka’uudhaan,gara magaalaa Baatuu fageenya kiloomeetira 590 imaluun;...


Mootummaan Itiyoophiyaa fincila biyyaatti keessa tureen walqabatee ajjeechaan raawwatame qaama walab
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii(UN) fi Gamtaan Awurooppaa (EU), Sababaa fincila ummataa ajjeechaa waraanni mootummaa ummata irratti...


Warshaan Harree qalu cufame.
Warshaan harree qalu kan magaala Bishooftutti hojii jalqabee ture, ajaja bulchiinsa magaalaa Bishooftuutiin cufamuun isaa beekkame. Itti...


Walitti dhaadannoon Ameerikaa fi Kooriyaa kaabaa jiddutti geggeeffamaa jiru daran hammaate.
Erga Waraanni Ameerikaa Buufata xayyaara waraana Mootummaa Suuriyaa irratti tarkaanfii haleellaa misaa’elaa fudhatee jalqabee, haalli...


Dr Zaakir Naayik badhaasa guddicha Peerkaasaa jedhamu argate
Daa’iin beekamaa fi jaalatamaan Dr Zaakir Naayik biyya Maaleeyshiyaa keessatti badhaasa guddicha "Perkasa National Gallantry Awards”...