

Kantiibaa magaalaa Jaakaartaa kan durii adabbiin hidhaa waggaa lamaa itti murteeyfame.
Indoneezyiyaatti Kantiibaa magaalaa guddoo Jaakaartaa kan ture Basuki Tjahaja Purnama, yeroo duula filannoo geggeessaa turetti haasawa...


Kaabineen Mootummaa Israa’el, Afaan Arabaa afaan hojii irraa kaasuuf wixinee qopheessuun isaa beekka
Isaraa’eel keessatti Afaan Arabaa, afaan Hibruu waliin akka afaan biyyoolessatti bekkamtii kan qabu ta'us; yeroo amma garuu kaabineen...


Gareen Hamaas kan Gaazaa bulchaa jiru,Ismaa’il Haniyyaa Hoogganaa haarawa gochuun filate.
Kutaa biyya Falasxiin kan taate Gaazaa bulchaa kan jiru Gareen Haamaas; Ismaa’il Haniyyaa hoogganaa siyaasaa haarawa gochuun akka filate...


Yaman keessatti dhukkubni Koleeraa ka’uun isaa gabaafme.
Dhaabbanni Fayyaa Adduunyaa WHO’n torbaan tokko keessaatti namoonni 25 dhukkuba Koleeraatiin kan du’anii fi Wal-waraansi waggaa lamaaf...


Imaanu’eel Maakron Pirezdantii Faransaayi tahuun Filatame.
Filaannoo Pirezdantummaa biyya Faransaay kessatti Alhada hardhaa geggeeffameen Ministeera maallaqa biyyattii kan ture Imaanu’eel Makroon ,...


Madrasaan Salaam Marsaa 2ffaaf Barattoota Hifzii Quur’aanaa Eebbisiise.
Madrasaan Salaam kan naannoo Amaaraa godina addaa Oromiyaa magaalaa Kamiseetti argamu marsaa 2ffaaf barattoota Hifzii Qur’aanaa guyyaa...


Lammiiwwan biyya keenyaa kan biyya Suudaan keessa jiraatan sagantaa Da'awaa geggeessan.
Waldaan da'awaa fi Misoomaa Hawaasa itiyoophiyaa kan biyya Suudan jiraatanii, guyyaa har’aa jimaata gaafa 5/5/2017 Muhaadaraa guddaa...


Mormii Doktor Mararaan dhiheesse irratti Abbaan alangaa deebisaa kenne.
Hoogganna KFO kan tahe Dr Mararaa Guddinaa, himannaa abbaan alangaa irratti dhiheessee ture mormuudhaan; iyyannoo fuula 11 qabu mana...


Ahbaashonni Ustaazota iddoo adda addaatti Masjiida fi Madrasaa ijaarsisuuf socho'aa jiran irratt
Hoggantoonni majlisa mootummaa iddoowwan adda addaatti waltajjii walgahii qopheessuun; Ustaazoota fi koree furmaata barbaadduu hawaasa...


Shakkamtoonni Haleella Masjiid Al-Nabawii to’annaa jala ooluun gabaafame.
Waggaa darbe magaalaa kabajamtuu Madiinaa Masjid Al-Nabawii irratti, ji’a Ramadaanaa keessa Haleellaa boombii raawwatameen lubbuun...