

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanni (UN) Rakkoon Yaman keessa jiru daran dabalaa jiraatuu akeekkachii
Itti gaafatamaan Gargarsaa Namoomaa kan UN Isteefan Obreyaan, " Yaman kufaatii Dinagdee fi hawaasuummaatiif Saaxilamtee jirti,...


Manni Murtii Hindii ajaja mootummaan Loon qalmaaf akka hin gurguramne base kuffise.
Mootummaan Hindii dhiheenya kana loon qalmaaf muslimoonni akka hin gurgurre jechuun ugguree ture, haata'u malee manni murtii olaanaa...


Masjiida Salaamitti Salaatni Taraawiihaa dhorkamuun gabaafame.
Masjiida Salaam kan godina Walloo magaalaa Waldiyaatti argamutti, ummanni imaama Ahbaash duubaan waan salaatuu didaniif, hoggantoonni...


Magaaloota Oromiyaa adda addaa keessaatti ummanni ayyaana Caamsaa 20 balaaleffataa akka jiru gabaafa
Ayyaana Caamsaa 20 mootummaan Itiyoophiyaa guyyaa bilisummaa jechuun kabaju, ummanni dursee haala adda addaatiin mormaa jira. Guyyaa...


Mana barumsa Ifaa islaamaa bifa haarayaan ijaaruuf sochiin eegalame
Manni Barumsaa kun godina Harargee Lixaa magaalaa Cirootti kan argamu yoo tahu, bara 1986 A.L.H barnoota Diinii fi idilee kan kennaa jiru...


Leenjiin Ahbaashoota magaalaa Adaamaatti geggeeffamaa ture goolabame.
Leenjii Caamsaa 12-14/2009 magaalaa Adaamaatti geggeefamaa ture kana kan qopheessan, majliisa Fedraalaatiifi kan naannoo Oromiyaa waliin ...


Koolleejjiin Islaamaa Abbaa Jifaar Barsiisoota Waggaa lamaaf leenjisaa ture Eebbisiise.
Sagantaan Eebbaa kun Masjiida guddicha magaalaa Jimmaatti argamu Masjiida Rahmaa’tti kan geggeeffamee oole yoo tahu, Daa'iwwan 45 ...


Hayyuu Islaamaa Dr.Zaakir Naayikiif lammummaan Sa'udii keennamuun gabaafame.
Mootummaan Hindii Hayyuu Islaamaa Dr.Zaakir Naayik, himannaa Shororkeessummaa itti banuun ni yadatama. Sababaa kanaaf Doktor Zaakir ...


Sagantaa Da'awaa guddaan Suudaan Magaalaa Khartuum keessatti geggeeffame.
Waldaan Da'awaa fi Misooma Itiyoophiyaa kan biyya Suudaan magaalaa Khartuum damee Umdurman, Umbaddaa al aashiraa irratti guyyaa hardhaa...


Mootummaan Itiyoophiyaa muslimoota dararuu cimsee itti fufeera.
Guyyaa hardhaa magaalaa Finfinnee Masjiida Beeteel kan naannawa Kolfeetti argamutti, hawaasni muslimaa salaata juma'aa sodaa guddaan kan...