

Magaalaa Naayiroobiitti sagantaan Da'awaa guddaan geggeeffame
Sagantaa Da’awaa magaalaa Naayiroobiitti guyyaa hardhaa mata duree “Ramadaana akkamitti simanna” jedhu irratti lammiiwwan biyya...


Yaman keessatti namoonni 180 dhukkuba Koleeraatiin du'uun gabaafame.
Dhukkuba Koleeraa Yaman keessaatti ka’een April 27 hanga hardhaatti namoonni 180 kan du'aani tahuu gabaasni Waldaa Fannoo Diimaa...


Haakaroonni Kompiyuutaroota kuma heddu vaayirasiin faalan. Odeeyfannoo
Sooftiweeriin Ameerikaan ittiin nama basaasuuf hojjatte tokko dhiheenya tana hatamee bahee, komputara nama hedduu galaafatutti jira....


Ummanni Harargee Bahaa fi lixaa waggaa 18 dura iddoo dhaloota isaanii irraa buqqa'anii turan amm
Bara 1991 A.L.H ti Sababa hoongee hamaa godinaalee Harargee lamaan muudateen; ummanni hedduun gara Godina Baleetti godaanaa kan ture yoo...


Kooriyaan Kaabaa Ameerikaa waliin mari'aatuf fedhii kan qabdu tahuu ibsite.
Dippiloomaatiin Kooriyaa Kaabaa tokko, biyyiti isaa kanaan dura qondaaltota Ameerikaa bulchiinsa duraanii waliin Noorweeyi keessatti...


Magaalaa Asaasaatti barattoonni 46 hifzii Qur’aanaatiin eebbifamuun gabaafame .
Godina Arsii Lixaa Magaalaa Asaasaatitti, guyyaa kaleessaa May11/2017 barattoonni 46 hifzii Qur’aanaatiin Madrassaa Hudaa irra kan...


Godina Iluu Abbaaboor keessatti muslimoonni guyyaa Alhadaa hojii kamiyyuu akka hin hojjane dhorkamuu
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa AaIleetti muslimoonni ganda Jeetoo, hordoftoonni amantaa kiristaanaa guyyaa Alhadaa (sanbataa) hojii...


Qormaatni Biyyoolessaa kutaa 10ffaa fi 12ffaa Caamsaa 23/2009 kan jalqabu tahuu ibsame.
Qormaatni biyyoolessaa kutaa 10ffaa Camsaa 23-25/2009 kan kennamu yoo tahu; kan kutaa 12ffaa immoo Caamsaa 28- waxabajjii 1/2009 kan...


Manni Murtii Federaalaa muslimoota 23 irratti yakka badii murteesse.
Abbaan alangaa galmee Isma'iil Baqqalaa jalatti muslimoota 23, yakka dharaa mootummaa Islaamaa biyyattii keessatti hundeessuuf socho’aa...


Lammiileen Falasxiin mana hidhaa Israa’eli keessatti nyaata lagataa jiran falmii kaasan.
Lammiileen Falasxiin1,000 ol ta’anii fi dararaa mana hidhaa Israa’eel keessatti isaan irra gayaa jiru; mormuudhaan nyaata lagataa kan...