top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Qormaatni Biyyoolessaa kutaa 10ffaa fi 12ffaa Caamsaa 23/2009 kan jalqabu tahuu ibsame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • May 10, 2017
  • 1 min read

Qormaatni biyyoolessaa kutaa 10ffaa Camsaa 23-25/2009 kan kennamu yoo tahu; kan kutaa 12ffaa immoo Caamsaa 28- waxabajjii 1/2009 kan kennamu tahuu Ministeerri Barnoota Itiyoophiyaa beeksise jira.

Qormaatni biyyooleessaa bara kanaa buufataalee 3,467 keessatti kan kennamu yoo tahu, Barattoonni Qormaata kutaa 10ffaa tiif galmaayan 1,206,839 yoo ta’an; akkasumas Barattoonni 288,629 immoo qormaata kutaa 12ffaa ni fudhatu jedhamee eegama. ____________ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x

NuuralHudaa

https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page