

Magaalaa Londonitti muslimoota masjiidattii salaatanii bahaa turan irratti haleellaan raawwatame.
Magaalaa guddoo UK London keessatti haleellaa konkolaataan muslimoota irratti godhame kanaan, yoo diqqaate namoonni 8 kan du'anii fi...


📄BEEKSISA GABAABDUU📄
Kabajamtoota Hordoftoota Nuuralhudaa. Lakkofsa whatsappii keenya kan duraan fayyadamaa turrerraa gama lakkofsa haarayaatti jijjiirree...


Ertraan waliigaltee cabsuudhaan dachii kiyya humnaan qabatte; jechuun Jibuutiin himatte.
Torbaan kana keessa Qat ar loltoota ishii kan daangaa Eritiraa fi Jibuutii irratti argaman ergaa kaafte booda, Waraanni mootummaa...


Haleellaa magaalaa Al-Qudsitti raawwatameen lammiiwwan Falasxiin ajjeefamuun gabaafame.
Loltoonni Israa’eel magaalaa Al-Qudsitti galgala hardhaa haleellaa raawwataniin, yoo diqqaate lammiiwwan Falasxiin lama ajjeefamu...


Qaxar Jeettiiwwan Waraanaa F-15 jedhaman Ameerikaa irraa bitachuuf walii galuun gabaafame.
Qaxar Jeettiiwwan Waraanaa F-15 jedhaman, Ameerikaa irraa dolaara biliyoona kudha lamaan bitachuuf walii galuu isii ministeerri ittisa...


Manni Murtii Ameerikaa Uggura Pirezedaant Donaald Tiramp lammiileen biyyoota muslimaa 6 akka Ameerik
Pirezedaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp, yeroo duula na filadhaa jalqabe irraa kaasee dirretti bahuun jibbaa Islaamummaa qabu ibsataa...


Yakki Muslimoonni naannoo Tigraay ittiin yakkaman akka jijjiiramu manni murtii murteesse.
Muslimoonni kun galmee Shekh Abdulmannaan jalatti shororkeessumman himatamuun ni yaadatama. Ulamaa'otaa fi Ustaazota galmee kana jalatti...


Qatar gargaarsa Hamaasiifi Ikhwanal Muslimiiniifi gootu akka dhaabuu qabdu Sa’udiin beeksiste Odeeyf
Guyyaa wiixataa irraa jalqabee biyyoonni galoo galaan Arabiyaa keessatti argaman walitti dhufeenya Qatar waliin qaban addaan kutuun...


Biyyoonni Arabaa Afur hariiroo Qatar waliin qaban kutuu ibsan.
Sa'uud Arabiyaa, Masri, UAE fi Bahreeyn, Qatar garee Shororkeessitoota deeggarti jechuun hariiroo Dipiloomaasii fi Diinagdee waliin...


Guyyaa Soomanaan, Halkan ammoo Beelaan dabarsina
Faaximaa Saalaah jedhamti, Manguddoo Waggaa 58tiiti. Akka namni biraa guyyaa rafutti isiin ramadaana keessa rafuu hin dandeettu. Hoo’aa...