top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Manni Murtii Ameerikaa Uggura Pirezedaant Donaald Tiramp lammiileen biyyoota muslimaa 6 akka Ameerik

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jun 13, 2017
  • 1 min read

Pirezedaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp, yeroo duula na filadhaa jalqabe irraa kaasee dirretti bahuun jibbaa Islaamummaa qabu ibsataa kan ture yoo tahu; Erga aangoo qabatee booda ammo uggura baqattootaa fi Lammiileen biyyoota muslimaa akka Ameerikaa hin seennee labsuun isaa ni yaadatama.

Seerri inni jalqaba baase kun manneen murtii sadarkaa duraa jiraaniin, kan heeraa fi seera biyyatti cabse jechuun erga kuffifamee booda, uuggura yeroo lammaffatiif kan baase. Kunis akka hujii irra oluuf mana murtii olaanaatti dhiheefate.

Guyyaa hardhaa june 12/2017 manni murtii Olaanaa Firaansiiskoo "Uggurri kun kan seera biyyaatti tarkaanfatee fi loogi amantaa irratti kan godhu" jechuun kuffisuun gabaafameera.

________ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com

コメント


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page