

Himannaan Yakka Shoroorkeessummaa hooggantoota KFO irratti dhiyaatee ture kuffifame.
Itti aanaa dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo(KFO) kan tahe Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee hooggantootaa fi miseensota...


Dhimmi Gibiraa biyyattii naannoo adda addaa keessatti mormii cimaa kaasaa jira.
Mootummaan Itiyoophiyaa gibira humnaa oli daldaltoota irratti kan dabale yoo ta’u, dabaltiin kun immoo kutaalee biyyattii hunda...


Manni Murtii Awrooppaa, Seera Niqaaba ugguru kan mootummaan Beljiyeem labse kan deeggaru tahuu ibse.
Bara 2011 keessa mootummaan Beljiyeem, seera dubartoonni muslimaa niqaaba akka hin uffane jedhu labsee ture. Dubartoonni lammummaa...


Seerri mootummaan Hindii Loon qalmaaf akka hin gurguramne jechuun labsee ture kuffifame.
Ji'a Caamsaa keessa, Mummichi ministeera Hindii Nareendraa Moodii; seera haarawa Loon tajajila aananii fi lafaan qotuutiin alatti,...


Ameerikaa fi Raashiyaan dhuukaasa Suuriya keessatti geggeessaa jiran dhaabuuf walii galan.
Jarman magaalaa Hambarg keessatti walgahiin garee biyyoota G20 jedhamuun beekkamanii kan geggeeffamaa jiru yoo tahu; guyyaa kaleessaa...


Korri Dargaggoota Muslimaa idil-addunyaa deeggarsa Falasxiiniif ibsuu irratti xiyyeeffate magaalaa I
Miseensonni Jarmiyaalee dargaggootaa fi gamtaalee barattoota muslimaa biyyoota 30 irraa walitti dhufan kora guyyaa lamaaf turu hardha...


Koreen Hawaasa Muslimaa Mana Murtii Sa'uudiitti dhihaatan
Ulama'oonnii fi Ustaazonni keenya kan guyyaa muraasa dura Sa'uudii magaalaa Jiddaatti hidhaman, guyyaa hardhaa mana murtii dhihaatuun...


Qaxar Ulaagaa biyyoonni galoo galaana Arabiyaa dhiheessan kan hin fudhanne ta’uu ibsite.
Biyyoonni Galoo Galaana Arabiyaa Sa'udii, Emireeti, Bahreeyn fi Masri Waxabajjii 5/2017, Qaxar dhaabbilee Shororkeessitootaa deeggarti...


Yamanitti yoo diqqaate namoonni 1,500 dhukkuba koleeraatiin du’uun gabaafame.
Laakkofsi namoota dhukkuba koleeraatiin qabamanii Yaman keessatti guyyatti nama 5,000 guddataa jedha Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO)....