

Yamanitti namoonni 1,800 ol dhukkuba koleeraatiin du'uu gabaafame.
Dhaabanni Fayyaa Addunyaa(WHO); Biyya lolli guddaan keessatti geggeefamaa jiru, Yamanitti ji'a eblaa irraa kaasee namoonni 1,800 ol...


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii, ji'a 6 qofa keessatti lammiileen Afgaanistaani 1,662 ajjeefa
Jilli deeggarsa Dhaabbata mootummoota gamtoomanii Afghanistaanitti argamu (UNAMA) gabaasa har’a baaseen akka mul’isetti, jalqaba waggaa...


Masjiidal Aqsaan Alhada kaleessaa kan baname tahuus kan keessatti hin salaatamin tahuun beekkame.
Mootummaan Isra'eeli masjiidal Aqsaa juma'aa darbe irraa kaasee waan cufeef, guyyoota lamaaf kan itti hin salaatamin tahuun ni yaadatama....


Mormiin gibira irratti godhamu magaalota Oromiyaa keessatti cimee itti fufee jira.
Ummanni magaalota Oromiyaa adda addaa keessatti gibira humna oli mootummaan daldaltoota irratti fe'e ilaalchisee mormii cimaa geggeessaa...


Masjiidal Aqsaan guyyaa lammaffaatiif cufaa oole
Guyyaa kaleesaa Waraanni Yahuudaa Isra'eeli Falasxiinoota 3 meeshaa waraanaa harkaa qabu jechuun dhukaasa itti bane, Isaanis ofirraa...


Faransaay biyyoonni Galoo Galaana Arabiyaa qoqqobbii Qaxar irra kaahan akka kaasan gaafatte.
Misraa fi biyyoonni galoo galaana Arabiyaa Sa'udii, Emireeti fi Bahreeyni June 5/2017 irraa jalqabee qoqqobbii cimaa Qaxar irra kaahuun...


Mootummaan Isra'eel Juma'aa har’aa Masjiidal Aqsaatti akka hin Salaatamne dhorkuun gabaafame
Poolisoonni isra’eel lammiilee Falasxiin 3 haleellaa raawwachuuf deeman jechuun ganama har’aa erga ajjeessanii booda; ummata salaata...


Ustaazonni keenya kan Umraaf gara Sa'udii Imalanii turan nagayaan gara biyyaa galuun isaanii bee
Ustaazonni keenya kan Umraaf gara Sa'udii Imalanii turan nagayaan gara biyyaa galuun isaanii beekame. ALHAMDULILLAAH


Muslimoota Naannoo Tigraay irraa hidhaman irratti hidhaan hanga waggaa 3 fi ji'a 6 murteeffame
Ulamaa'otni fi Ustaazonni Naannoo Tigraay aanaa Raayyaa Hazaboot jedhamu irraa qabamanii, galmee Sheekh Abdulmannaan jalatti...


Mormiin gibiraa ammas naannoo adda addaatti ka'utti jira
Guyyaa hardhaa magaalaa Ambootti ummanni mormii cimaa kan godhaa jiru yoo ta’u, waldhabbii ummataaf waraana mootummaa jiddutti uumameen...