

Ameerikaa fi Kooriyaan kaabaa walitti dhaadachuu itti fufanii jiru.
Yaalii Misaayila Balistiik kan Kooriyaan kaabaa godhaa jirtuun walqabatee, Ameerikaa fi biyyoonni naannichaa muddama cimaa keessa...


Baqattoonni 50 ol galaana Diimaa keessatti gatamuun gabaafame.
Baqattoonni lammii Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa ta’an 50 ol, namoota isaan deddeebisaniin bidiruu deemaniin irraa humnaan qabamanii gara...


Namoonni galmee sirna Hajjii bara kanaa raawwachuuf gara Finfinnee deeman rakkataa jiraatuun gabaafa
Namoonni galmee sirna Hajjii bara kanaa raawwachuuf gara Finfinnee deeman rakkataa jiraatuu gabaafame. Namoonni Sirna hajjii bara kanaa...


Hogganaan paartii mormituu Keeniyaa Qabxii Filaannoo kan hin fudhanne ta’u ibse.
Filaannoon pirezadaantii Keeniyaa yeroo 5ffaaf geggeeffame jira. Ummanni Keeniyaatis pirezadaantii naaf taha jedhe filatuuf kaleessa...


Gareen muslimoota Biritaaniyaa Hajjii bara kanaatiif sayikiliin imala jalqabe, Masrii magaalaa Ale
Hajjiin Arkaan islaama shanan keessa tokko yoo tahu, namni dandeettii qabu umrii isaa keessatti yeroo tokko gara Makkah deemuun hajjii...


Warshaan Foon Harree kan Bishooftuutti argamu kan hin cufamin tahuun beekkame.
Ji’oota muraasa dura Warshaa Foon harree Magaalaa Bishooftuutti banameen walqabatee, mormiin ummataa waan ka’eef mootummaan naannoo...


Qondaalli Haajaa alaa Turkiyaa mootummaa Falisxiiniif deeggarsi akka godhamu gaafate.
Guyyaa hardhaa Qondaltonni haajaa alaa miseensa dhaabbata Gurmuu biyyoota Islaamaa (OIC), weerara dhiheenya kana Isra'eel masjiidal...


Gamtaan Arabaa Dhimma Al Aqsaa irratti mari'atuuf walgahii ariifachisaa waame.
Gamtaan Arabaa Roobii dhufu gocha mootummaan Yahuuda Isra'eeli masjiidal Aqsaa fi magaalaa Alqudsi irratti raawwataa jiru irratti...


Waamicha Sagantaa Da'awaa guddaa!
Jama'an AL ANSAAR ji'a dhufu August 5/2017 sagantaa Da'awaa guddaa biyya Kanadaa magaalaa Edmentenitti kora isaa kan marsaa 3ffaa kan...


Mormiin Gibiraa gutuu Oromiyaa keessatti babaldhatee jira.
Labsii gibiraa bara 2009tiin walqabatee daldaltoonni naannoo Oromiyaa magaalota adda addaa keessa jiran, manneen daldalaa cufuun mormii...