top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Waamicha Sagantaa Da'awaa guddaa!

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jul 19, 2017
  • 1 min read

Jama'an AL ANSAAR ji'a dhufu August 5/2017 sagantaa Da'awaa guddaa biyya Kanadaa magaalaa Edmentenitti kora isaa kan marsaa 3ffaa kan geggeessu yoo tahu, kora kana irratti hawaasni Oromoo Kanadaa magaalaa Edmeenteenii fi naannawa isii jiraatu akka argamu waamichi godhameera.

Kora guddaa kana irratti Mashayiikoonni biyya keenya fi keessummoonni adda addaa kan affeeraman yoo tahu, hawaasni muslimaatis kora kana irratti argamuun da'aawaa fi qophiilee sagantaa kana irratti dhiyaatu akka hordoftan afeeramtanii jirtu.

iddoon sagantaan kun itti geggeeffamu Edmonton Islamic Academy 14525 – 127 Street NW Edmonton AB GUYYAA: August 5 fi 6, 2017 SA’AA: 1:00 - 8:00 PM

Odeeyfannoo dabalataaf: Masjid At-Taqwa (780)705-7525 Sh. Abduljalil (587)778-8399 Abdulhakim @ (780)680-7747

_____ NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page