

Daa'iin beekkamaan Addunyaa Doktor Bilaal Filiips guyyaa har'aa Masjiida Betel kan magaalaa
Doktor Bilaal Filiips yeroo adda addaa gara Itoophiyaa kan deddeebi’u yoo tahu, haati manaa isaa tokko lammii Itoophiyaa ta’uun...


Kooriyaan Kaabaa Misaa’eloota fageenya gabaabaa furguuggefamu 3 gara galaanaatti dhukaaste.
Qondaaltonni Kooriyaa kibbaa fi Raayyaan ittisa Ameerikaa, Kooriyaan kaabaa guyyaa kaleessaa Misaa’eloota fageenya gabaabaa furguuggefamu...


Sirni Hajjii bara kanaa Hagayya 30/2017 kan jalqabu tahuu ibsame.
Manni murtii olaanaa Sa'udii sirni Hajjii bara kanaa Roobii dhufu August 30/2017 kan jalqabu tahuu ibse. Sirna Hajjii bara kanaa irratti...


Mormiin lagannaa gabaa fi Manaa bahuu diduu guyyaa lammaffatiif itti fufee jira.
Mormiin guutuu Oromiyaatti kaleessa jalqabame, guyyaa hardhaa magaalonni hedduun kan kaleessa hin hirmaatin itti dabalamuu odeeyfannoon...


Naannoo Oromiyaa Keessatti Lagannaan Gabaa fi Mormiin Manaa bahuu diduu geggeeffamaa jira.
Lagannaan gabaa fi mormiin manaa bahuu diduu guutuu Oromiyaatti waamame, ganama hardhaa kan jalqabame tahuu odeeyfannoon argame ni...


Markazni Khalid Ibnwalid kan godina Baalee magaalaa Roobeetti argamu barattoota 40 Hifzii Qur'aa
Markazni (Manni barumsaa qur'aanaa) kuni bara 2006 Akka lakk Habashaatti kan ijaarame yoo tahu, Barattoota 40 waggaa sadihiif erga...


Lakkoofsi namoota Ameerikaa irraa gara Kanaadaatti baqatanii dachaa Afuriin dabaluun gabaafame.
Jalqaba ji'a Adoolessaa irraa kaasee torbee lama keessatti godaantonni Ameerikaa keessa jiraataa turan 3,800 ol, karaa seeraan alaatiin...


SEERAALIYOON
RABBIIN BALAA AKKANAA NAMARRAA HAA QABU. Dhoqqee Keeysa Janaazaa Barbaadutti jiru. Waraanni biyyattii wayta nama lubbuun hafe barbaadu....


Naannoo Sumaaleetti lammiileen 700,000 ol Beela hamaaf Saaxilamuun himame
Gabaasni dhaabata gargarsaa “Oxfam International” jedhamu irraa bahe akka mul'isutti, Naannoo Sumaaleetti hanqinni nyaataa hammaachaa...


Ustaaz Abubakar Ahmad dhukkubsatee yaalamuuf gara Taayilaand Imaluun gabaafame.
Ustaaz Abubakar Ahmad dhukkubsatee yaalamuuf gara Taayilaand Imaluun gabaafame. Walitti qabaa Koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa...