

Lakkoofsi Muslimoota Rohiingaa qe'ee isaanii irraa buqqa’aanii dabalaa dhufuu ibsame.
Ajjeechaa fi dararaan Waraanni Miyanmaar muslimoota Rohingaa irratti raawwatu kan hammaataa dhufe yoo tahu . Kutaa Rakhiini jedhamu...


Manni Murtii Keenyaa Qabxii Filannoo Prezadantummaa biyyattii kuffise
Ummanni Keenyaa August 8/2017 filannoo pirezadantii biyyatti kan rawwate yoo tahu, Komishiiniin filannoo biyyattii Uhuruu keeniyaataa...


Keeniyaan Seera Feestaala/Niikkaa fayyadamuu dhoorku labsite.
Seerri kuni hujii irraa kan oole Isniina galgalaa kaasee yoo tahu, kanaan booda Feestaala/Niikkaa biyyattii keessatti oomishuus ta’ee...


Yaaliin misa’elaa kooriyaan kaabaa naannawa qilleensa Jaapaan irraan furguuggastte ammas addunyaa ya
Kooriyaan kaabaa halkan Isniina yaalii misaa’ilaa kan goote yoo tahu, yaaliin ammaa kun qilleensa Jaapaan irraan furguugefamee galaana...


Masjiidonni Magaalaa Hiwustan keessatti argaman namoota balaa lolaatiin miidhaman simatanii gargaara
Masjiidonnii fi wiirtuuleen hawaasa muslimaa Ameerikaa kutaa Teksaas magaalaa Hiwuustan keessatti argaman, namoota balaa Obomboleetti...


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii UN, Baangiladesh daangaa isii Muslimoota Rohiingaatiif akka bantu
Dhaabbileen mirga namoomaa, duguuggaa Sanyii muslimoota Rohiingaa irratti waraanni Miyamar dhiheenya kana raawwate erga gabaasaniin...


Rooba Bubbeen makaa Ameerikaa Kutaa Teksaas keessatti Rooba jiruun, namoonni 30,000 ol qe'ee isa
Teksaas Kutaa Ameerikaa kibba biyyattiitti argamtuufi tan Meksiikoon daangeffamtu yoo taatu, guyyaa sadihiin dura Obomboleetti Cimaa...


Sheekh Haashim Muhammad Arab, ganda Daawwee Gutichaa qubsiifaman.
Guyyaa har'aa hawaasni muslimaa Godina Arsii Aanaa Heexosaa Aaliima guddaa Sheekh Haashim Muhammad Arab ganda Daawwee Guutichaatti...


Loltoonni Miyaanmaar baqattoota Rohingiya irratti dhukaasa banuun gabaafame.
Daangaa Miyaanmaarii fi Baangiladeesh irratti loltoonni Miyanmaar baqattoota Rohingaa irratti dhukaasa banuun gabaafame. Baqattoonni ...


Mormii lagannaa gabaa godhamee ture waliin walqabatee namoonni hidhamaa jiraatuun gabaafame.
Mormii lagannaa gabaa guyyaa sadiif godhamee turen walqabatee, Aanaalee adda addaa keessatti namoonni hidhamaa jiratuun beekame . Erga...