

Turkiyaan muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa ergite.
Dubbi himaan prezdantii Turkiyaa Mr Kaliin, ejensiin gargaarsa Turkii muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa toonii 1,000 raabsuuf...


Prezdaantiin Turkiyaa dararaa muslimoota Rohingaa ilaalchisee hoggantuu Miyanmaar waliin mariyate.
Prezdantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogan dararaa muslimoota Rohingaa ilaalchisee, hooggantuu Miyanmaar Angi San Sushi waliin guyyaa...


Komishiinni filannoo Keeniyaa, Filannoon Prezdantummaa Onkololeessa 17/2017 kan geggeeffamu tahu bee
Manni murtii Olaanaa Keeniyaa Filannoo Prezdantii biyyattii kan August 8/2017 geggeeffamee ture, himannaa paartiin mormituu dhiheeffate...


Lammiileen Chichiniyaa miliyoona tokko ol tahan duguggaa Sanyii muslimoota Rohingaa irratti raawwata
Guyyaa hardhaa magaalaa guddoo Chichiniyaa Groznii keessatti, ummanni miliyoona tokko ol, ajjeechaa fi dararaa waraanni mootummaa...


Muslimoonni Roohingaa 90,000 ol, Guyyoota 10 keessatti qe’ee isaanii irraa buqqa'uun ibsame.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii akka jedhutti: guyyaa 10 keessatti qofa Muslimoonni Rohingaa 90,000 ol dararaa fi ajjeechaa waraanni...


Ameerikaa kutaa magaalaa Los Anjeles keessatti Ibiddi qabate.
Hojjattoonni balaa ibiddaa magaalaa Los Anjeles ibidda naannawa magaalattiitti ka’e dhaamsuuf tattaaffii cimaa godhaa jiru. Seenaa...


Rooba guddaa guyyaa har'aa magaalaa Roobeetti roobeen daandiin cituun beekame.
Rooba gannaa guutuu biyyattiitti Roobaa jiruun iddoo adda addaatti daandiiwwan ciitaa jiraatuu odeeyfannoon argame ni addeessa. Rooba...


Mootummaan Turkii, "yoo dhaabbanni mootummoota gamtoomanii dide, nuti mootummaa Miyaanmaar irra
Pirezdantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan, Kora dhaabbata mootummoota gamtoomanii kan dhuma ji'a kana keessa Niiwuyoorkitti geggeeffamu...


Kooriyaa kaabaatti Hollannaan lafaa uumamuun gabaafame.
Dhaabbanni qorannoo lafaa ykn geological survey of America akka gabaasetti, Sochiin lafaa magnityuudii 6.3 shallagamu, Kooriyaa kaabaa...


Ityoophiyaa naannoo adda addaa keessatti Robaa gannaatiin walqabatee Daandiileen cituun ibsame.
Godina baalee magaalaa Roobeetti Khamisaa dabree rooba cimaa roobeen daandii fi manneen jireenyaa irratti midhaa dhaqabuu odeeffannoon...