

Markazni Furqaan kan magaalaa Cirootti argamu barattoota Eebbisiise.
Markazni Furqaan kan magaalaa Cirotti argamu Sabtii darbe September 24/2017 Barattoota Hifzii Qur’aanaa barsiisaa ture 30 tahan Marsaa...


Iiraan yaalii Misaayila Baalastikii godhuu beeksifte.
Iiraan yaalii Misaayila Baalastikii fageenya Kilomeetra 2,000 furguuggefamu godhuu isii beeksifte. Misaayila haaraya kana jum’aa...


Turkiyaan baqattoota lammiilee Suuriyaa 50,000 ol ta’aniif lammummaa kennuu eegalte.
Turkiyaan baqqattootaa Suuriyaa biyya isii keessa jiran keessaa namoota 50,000 lammummaa kennuuf sochii jalqabuu isii gabaasni Anadooluu...


Mootummaan Itiyoophiyaa baqattoota Keeniyaa keessa jiran adamsaa akka jiru Dhaabbanni mirga namoomaa
Dararaa fi ajjechaa humnoota mmotummaa jalaa baqachuun, lammiilee Itiyoophiyaa baqattummaan Keeniyaa keessa jiraatan irratti, mootummaan...


Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti guyyaa hardhaa Waraanni Mootummaa dargaggoota hidhaa jiraatuu
Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti guyyaa hardhaa Waraanni Mootummaa dargaggoota hidhaa jiraatuun beekame. Aanaa Jaarsoo magaalaa...


Namoonni Jijjigaa irraa baqatuun Hammarreessa qubatan loltoota Agaaziitiin ajjeefaman.
Ganama hardhaa ummanni Jijjigaa irraa buqqa'uun Kaampii waraanaa Hammarreesaa qubate, waraanni makkalaakayaa nu eeguu hin qabu,...


Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti sagantaan galii walitti qabuu geggeeffame
Godina Baalee aana Harannaa Bulluq ganda Hawwoo jedhamutti madrasaa ijaaruuf sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffame. Sagantaa...


Maaleezhiyaa keessatti balaa ibiddaa mana barnoota hifzii Qur’aanaa tokko muudaten namoonni 25 du’an
Maaleezhiyaa magaalaa Kuwalalampuur keessatti balaa ibiddaa mana barnoota hifzii qur’aana keessatti uumameen barattoonni 23 fi...


Lagni Awaash guutuun gandoota hedduu irra garagale.
Rooba cimaa biyyattii keessatti roobaa jiruun, lagni Awaash gar malee guutee gandoota 12 irra garagale. Ummanni gandoota kanneen keessa...


Prezdantiin Gamtaa Ulamaa'ota Addunyaa Galmee Namoota yakkaan barbaadamanii irraa haqame.
Dhaabbanni gamtaa poolisoota addunyaa (Interpool), prezdaantii Gamtaa Ulamaa'ota Addunyaa Profeesar Yusuuf Al Qardaawii galmee namoota...