

Deeggarsi baqattoota Rohingiyaatiif godhamaa jiru haalaan xiqqaa tahuu UNICEF akeekKachiise.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ejensiin gargaarsa daa'immanii (UNICEF) ibsa guyyaa hardhaa baaseen, Daa'imman Muslimoota...


Lammiileen Oromoo naannoo Somaalee irraa buqqa’uun Kaampiilee adda addaa keessa qubatan rakkataa jir
Lammiileen Oromoo nannoo Somaalee irraa buqqifamuun iddoo gara garaatti qubsiifaman rakkataa jirachuu isaanii gabaasni BBC Afaan Oromoo ...


Prezdant Traamp Waliigaltee Niwukilarii Iiraan diiguuf dhaadachuu isaa Ruusiyaa fi Biyyoonni Awuroop
Ruusiyaa fi biyyoonni Awuroopaa kanneen michuu ameerikaa ta’an, Pirazadant Traamp dhimma Niwukularii Iiraan ilaalchisee waliigaltee bara...


Magaalaa Awwadayitti Poolisoonni Oromiyaa fi Federaalaa waldhabuun beekkame.
Ajjeechaa Liyyuu Poolisiin naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa seenun ummata irratti raawwataa turan hordofuun, ummanni kudraa fi Jimaan...


Baqattoota Roohingiyaa
eega Finciltoonni Roohingiyaa hagayya 25, 2017 buufata Poolisiitii fi Kaampii Waraana Miyanmaar rukutanii booda, tarkaanfii haaloo bayuu...


Muummichi ministeera Isra’eel walii galtee paartiilee Falisxiin lamaanii balaalefate.
Muummichi ministira Isra’eel Benjamiin Nataanyahuu walii galtee paartiileen Falisxiin lamaan Fatah fi Hamas, waliin hojjatuuf torbee kana...


Hamaas fi Fatahan walii galtee mallatteessan.
Paartileen Falasxiin Hamaasii fi Fatahan waldhabdee jidduu isaanii waggaa 10 ol ture furuuf, magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessatti...


Magaalaa Gindhiir Masjidul Hudatti sagantaan du'a'ii guddaan geggeeffame.
Du'aa'ii guyyaa hardhaa tasifame kun walitti bu'iinsa daangaa naannolee Oromiyaatii fi Sumaalee irratti uumame kan ilaallatu yoo tahu,...


Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu
Raayilaa Odiingaa Paartii mormituu Keeniyaa bakka bu’uudhaan kaadhimama Prezadantii kan ture yoo tahu, Filannoo irra deebii Onkololeessaa...


Godinaalee Oromiyaa adda addaa keessaatti mormiin godhamaa oole.
Guyyaa hardhaa godinaalee naannoo Oromiyaa adda addaa keessaatti mormiin godhamaa ooluu odeeyfannoon argame ni addeessa. keessumattuu...