

Kufaatiin Gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa naannicha rakkoo hamaa keessa kan galchu akka ta’e
Amiirri Kuweet, Sheekh Sabah Al Ahmad Al Sabah, biyyoonni galoo galaana Arabiyaa waldhabdee Qaxar waliin qaban kan hin furamne yoo...


Kanaadaan deeggarsa doolara Miliyoona 9.5 ol muslimoota Rohingiyaatiif arjoomte.
Mummichi ministeera Kanaadaa Jastiin Trawudoo; Muslimoota Rohingiyaa kan duguuggaa sanyii waraanni mootummaa Miyanmaar irratti raawwata...


Bulchiinsi Katalooniyaa Wixinee Mootummaa Ispeen kan hin fudhanne tahuu ibse.
Hoogganaan Bulchiinsa Kataloon Karloos Piyugmoont, wixineen Mootummaan Ispeen kutaa Kataloon kallattiin mootummaa jiddu galeessaa jalatti...


Bulchiinsi Kurdistaaniifi mootummaan jiddu gala Iiraaq waraana walirratti banan.
Ji’a dabre keessa Rifarandamii Bulchiinsi kutaa kurdistaan geggeesseen, erga ummanni Kurdistaan irra caalaan Iiraaq irraa fottuquu...


Daangaa Biyya Maalii irratti loltoonni Nijeer 12 ajjeeffaman.
Nijeer gama kibba Lixaa daangaa Maalii irratti hidhattoonni loltoota Nijeer 12 ajjeessuun, heddu ammoo madeessan. Hidhattoonni kunniin...


Mootummaan Faransaay, murtii qondaaltonni Isra'eel manneen haarawa 3000 ol, dachii Falasxiin naa
Ministeerri dhimma alaa Faransaayi ibsa guyyaa hardhaa baaseen Qondaaltonni Isra’eel murtii isaanii kana akka dhiisanii fi walii galtee...


Manni murtii godina Harargee Lixaa Namoota doolaara karaa seeraan alaatiin seene waliin qabaman irra
Mana Murtii Ol’aanaa Godina Harargee Lixaaa namoota doolaara karaa seeraan alaatiin biyya seene osoo naannessan, keellaa Bordoddee...


Manni murtii ol’aanaa Federaalaa gaaffii mirga wabii Obbo Baqqalaa Garbaa irratti murtii kennuuf bee
Gumiin abbootii murtii dhimmaa Obbo Baqqalaa Garbaa ilaalaa ture dhaddacha August 10/2017 ooleen, mirga wabii dhoorkachuudhaan mana...


Kubeek Seera Niqaaba ugguru labsite.
Seerri biyya Kaanaadaa kutaa Kubeekitti baye kun namni kamiyyuu tajaajila mootummaa argachuufis ta’ee kennuuf fuulli muldhachuu qaba...


Godina Arsii lixaa aanaa Dodolaa ganda Sinaana Baaqaa keeysatti huffaazonni 70 eeybifaman.
Guyyaa ha'aa Roobii onkololeessa 8,2010A.L.I. godina Arsii lixaa aanaa Dodolaa ganda Sinaana Baaqaa keessatti, markazni Ibaadu-Rahmaan...