Ustaz Abdulmajid Huseen aakhiraman.
Ustaz Abdulmajid Huseen aakhiraman. إنا لله وإنا إليه راجعون، فله ما أخذ وله ما أبقى وكل شيء عنده بأجل مسمى. اللهم اغفر له وارحمه و اعف...


Hidhattoonni Huusii Misaayila Baalastikii gara Sa'udii dhukaasan.
Hidhattoonni Husii Misaa'ila fegeenya dheeraa furguuggeffamu gara magaalaa guddoo Sa'udii kan tate Riyaaditti dhukaasuu beeksiisan....


Barattoota Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa fi Naannoo Soomaleetti ramadamanii turaniif jijjirraan Ra
Waldhabbi naannoolee lamaan jiddutti uumameen barattoonni Oromoo Yuunivarsitiiwwan naannoo Somaalee keessatti argamanitti ramadaman,...


Muummichi ministeera Lubnaan Sa'aad Hariirii taayitaa gad lakiise.
Sa'aad Hiriiri ibsa Sa'udii keessatti Televiziyoonii Al-Arabiyaatiin Sabtii har'aa kenneen ,"Tayita kiyya gadi dhiisuu beeksisa" jedhe....


Qondaalli Dargii tokko yakka waraanaatiin mana murtii Neezarlaanditti himatame
Guyyaa kaleessa namni qondala mootummaa Dargii ture kan Isheetuu Alamuu jedhamu, Abbaa Alangaa Mootummaa Neezarlaandiitiin himatamee,...


Ministeeroonni Kaatalooniyaa duraanii saddeet Ispeenitti hidhaman.
Manni murtii Ispeen Ministeeroota Kaatalooniyaa saddeet sababaa labsii Walabummaatti cichaniif kan hidhe tahuu BBC'n gabaase....


Ejensiin gargaarsa Turkiyaa muslimoota Rohingiyaatiif manneen 1000 ijaruuf kan qophaaye tahuu ibse.
Ejensichi muslimoota Rohingiyaa kanneen duguuggaa sanyii waraana Miyanmaariif hordoftoota amantaa Budihaa jalaa lubbuu isaanii baraaruuf,...


Deeggarsi lammiilee Oromoo Naannoo Somaalee Irraa buqa'aniif godhamu cimee itti fufee jira.
Godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti hawaasni, lammiilee Oromoo Naannoo Soomalee irraa qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deggarsa...


Dheebuun Walabummaa Ummata Kaatalaan Eessarraa Garamitti?
Kaatalooniyaan naannoo Kaaba baha Ispeenitti argamtu yoo taatu, jiraattonni isii ammoo Ummata Kaatalaan jedhamu. Nannoo isaaniitiin...


Obbo Baqqalaa Garbaa murtiin Mirga wabiitiin akka mana hidhaatii bahu kennameef haqame
Manni murtii ijibbaataa Federaalaa, ajaja manni murtii Fedaraalaa Obbo Baqqalaa Garbaa mirgi wabii isaa eeggameefi akka gadhiifamu...