top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Barattoota Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa fi Naannoo Soomaleetti ramadamanii turaniif  jijjirraan Ra

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 4, 2017
  • 1 min read

Waldhabbi naannoolee lamaan jiddutti uumameen barattoonni Oromoo Yuunivarsitiiwwan naannoo Somaalee keessatti argamanitti ramadaman, lubbuu keenyaaf ni sodaanna jechuun achitti deebi’anii kan hin baranne tahuu ministeera barnootaatti iyyannoo dhiheessuun ni yaadatama.

Kanuma irratti hundaa'uun ministeerri barnoota barattooni naannolee lamaan irraa Yuunivarsiitii naannoolee lamaan keessatti argamanitti bara kana ramadamanii fi kanaan dura ramadamanii barataa turan, yeroodhaaf Yuunivarsitiiwwan naannoolee biraa keessatti argaman kan birootti ramadamanii barnoota isaanii akka itti fufan murteessee jira.

Barattoonni bara kana ramadamani( haraawni) Websaaytii Ejeensii Qormaata Biyyoolessaa irra seenuun akka laallatanii fi akkasumas barattoonni waggaa lammaffaa fi sanii oli immoo ramaddii isaanii websaayti ministeera barnoota biyyaattii irraa ilaallatuun akka dhaqanii barnoota isaanii horfdofaan ibsameera.

Websaaytii Ejeensii Qormaata Biyyoolessaa. www.moe.gov.et

websaayti ministeera barnoota biyyaattii http://www.app.neaea.gov.et

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page