top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Obbo Baqqalaa Garbaa murtiin Mirga wabiitiin akka mana hidhaatii bahu kennameef haqame

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 1, 2017
  • 1 min read

Manni murtii ijibbaataa Federaalaa, ajaja manni murtii Fedaraalaa Obbo Baqqalaa Garbaa mirgi wabii isaa eeggameefi akka gadhiifamu murteesse haqe. Murtii kanas har’a ganama qondaaltonni mana hidhaa Qiliinxoo Obbo Baqqalaa waamanii kan itti himan tahuu odeeyfannoon arganne ni mul'isa. Dhaddachi ijibbaata mana murtichaa 'dogoggorri bu'uura seeraa' jira jechuun mirga wabii kennee ture dhorkuu isaa abukaatoon obbo Baqqalaa, Obbo Abduljabbaar Huseen BBCtti hime. Dhaddachi ijibbaataa mana murtii waliigalaa Federaalaa dhimma kana A.L.I Sadaasa 14, bara 2010tti beellameera.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page