

Haleellaan Boombii Magaalaa Kaabul keessatti raawwatame, lubbuu namootaa 10 ol galaafate.
Haleellaa boombii Hoteelaa magaalaa Kaabul kessatti argamu irratti xiyyeeffatuun raawwatame, yoo diqqaate luubbuu namoota 10 kan...


Kaadhimamaan Filannoo Prezdaantummaa Chiilii tokko, Isra'eel "farra nageenya addunyaati &qu
Edwardoo Artes filannoo Prezdaantummaa Chiilii Novembeer 19/2017 geggeeffamu irratti kaadhimamaa yoo tahu, gaaffii fi deebisaa...


Ustaaz Ahmaddiin Jabal dhukkubsatuun beekkame.
Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ta’e, Ustaaz Ahmaddiin Jabal mana hidhaa keessatti dhukkubsatee dararamaa kan...


Itoophiyaan Biyyoota Interneetii ugguran keessaa sadarkaa lammaffaa irra kan jirtu tahuun ibsame.
Dhaabbanni "Freedom House" gabaasa isaa kan waggaatiin Itoophiyaan Interneetii ugguruu fi walqunnamtii lammiilee biyyattii basaasuudhaan...


Sirni Awwaalcha Kolonel Haaj Aliyyii Cirrii raawwatame.
Sirna Awwalcha Kolonel Haaj Aliyyii Cirrii Aanaa Maddawalabuu, ganda Maddaatti geggeeffame irratti,qondaaltonni mootummaa fi ...


Lakkoofsi Namoota Balaa kirkira lafaa dangaa Iiraanii fi Iraaqitti muudateen du'anii 540 gahe.
Kirkira lafaa magniituudii 7.3 shallagame kan Alhada dabre naannoolee daangaa Iraanii fi Iraaqi rukuteen, hanga ammaatti lubbuu namoota...


Sa'aad Hariirii guyya lama keessatti gara Lubnaanitti kan deebi’u tahuu ibse.
Mummichi Ministeera Lubnaan Sa'aad Hariirii torbee dabre keessa gara Sa'udii eega imalee booda, aangoo fedhii isaatiin lakkisu labsee...


Bulchiinsi Kurdistan labsii "Iraaq irraa fottoquu ugguru" kan kabaju tahuu beeksise.
Rifarandamii ji'a Fulbaana dabre Bulchiinsa Naannoo Kurdistaan keessatti gaggeeffameen, ummanni kurd Iraaq irraa fottoquu kan filatan...


Koloneel Haaji Aliyyii Cirrii Aakhiraman!
INNAA LILLAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN! Koloneel Haaj Aliyyii Cirrii, umrii isaanii guutu Cunqursaa Mootummootni Itoophiyaa Ummata...


Pirezadaantiin Lubnaan Mootummaan Sa'udii haala Sa'aad Hariirii itti uggurame ilaalchisee ib
Pirezadaantiin Lubnaan, Muummichi ministeeraa Sa'aad Hariirii gara biyya isaa akka hindeebine maaliif akka dhoorkame, ibsa guutuu...