

Mootummaan Sa'udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle akeekkachiise
Mootummaan Sa'udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle fi kan achi keessatti argamanis ariitiin biyyattii lakkisanii akka bahan...


Qondaalli U.N. Yaman Beela Hamaaf kan Saaxilamaa jirtu tahuu Akeekkachiise. Odeeyfannoo
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Itti aanaa dhimmoota Namoomaa kan ta'e, Mark Lowkok, Gamtaan Waraana Biyyoota Arabaa Sa'udiin...


Ministeerri Barnootaa, barattoota digrii jalqabaatiin eebbifaman ilaalchisee qajeelfama haarawa base
Ministeerichi qajeelfama haarawa kana guyyaa hardhaa websaaytii isaa irratti kan maxxanse yoo tahu, barattoonni digrii jalqabaa xumurani...


Himannaa Sa'uudii hordofuun Ameerikaan Iiraan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu Dhaabbata Moot
Hidhattoonni Huusii Misaa'ila Baalastikii Yaman irraa gara Magaalaa Riyaaditti darbachuu isaani hordofuudhaan, mootummaan Sa'udii...


Gareewwan mirga namoomaa, seera Niqaaba ugguru kan Bulchiinsi Kubeek baase mormuun Mana Murtiitti m
Gareewwan mirga namoomaa fi walabummaa Kanaadaa , seerri Niqaaba ugguru kan bulchiinsi kutaa Kubeek baasee ture, mirga dubartoota...


Manni murtii Keeniyaa, lammiilee Itoophiyaa 137 tahan kanneen karaa seeraan alaatiin Keeniyaa seenan
Lammiileen Itoophiyaa kunniin daangaa Moyalee irraan karaa seeraa alaatiin Keeniyaa seenuun gara Afrikaa kibbaa imaluuf qophii irra kan...


Mootummaan Sa'udii Prezdaantiin Yaman akka hin sochoone uggure
Mootummaan Sa'udii Prezdaantiin Yaman, ilmaan isaa akkasumas ministeerota isaa fi qondaaltonni waraanaa gara biyya isaaniitti akka hin...


Dhaddachi Hoggantoota KFO osoo hin geggeeffamiin oole.
Dura ta’aa KFO Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni galmee Gurmeessa Ayyaannoo jalaatti himatamuun dhimmi isaanii mana Murtii olaanaa...


Mootummaan Sa'udii "Iiraan weerara nu irratti geggeessaa jirti" jedhe.
Ilmi Malika Sa'udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu,...


Sa'udiin "Lubnaan Waraana nurratti labasaa jirti" jechuun yakkite.
Ministeera dhimma biyyoota galoo galaana Arabiyaa kan ta'e Tamiir al-Sabhan akka jedhetti :"Sababa amala diinummaa Hizbollah irraa kan...