

Lammiileen Ertiraa Mootummaa biyyattii mormuudhaan hiriira bayan
Guyyaa kaleessa magaalaa guddoo Ertiraa kaan taate Asmaraa keessatti, moootummaa biyyattii mormuudhaan hiriirri kan geggeeffame tahuu...


Malikni Bahreeyn, biyyi isaa wal-gahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti kan hin hirmaanne tahu
Malikni Bahreeyn Hamad Bin Iisaa al Khaiiifaa walgahii mana maree ministeerotaa guyyaa kaleessaa masara Qudeybiyaa keessatti geggeeffame...


Mootummaan Ispeen bulchiinsa Kaatalaan diiguu labse.
Parlaamaan Bulchiinsa Kaatalaan juma'aa kaleessaa Ispeen irraa walaba bayuu erga labsee booda, muummichi ministera Ispeen Mariyaanoo...


Paarlaamaan Kaatalaan Ispeen irraa Walaba bayuu labse
Miseensota Parlaamaa 135 keessaa isaan 70 tahan Kaataloon Ispeen irraa akka walaba baatu sagalee isaanii kennan, miseensonni 10 immoo kan...


Ilmi Malik Salmaan, Sa’uudii gara ‘Moderate Muslim’ ni deebisna jedhe.
Mahammad Bin Salmaan kora walgahii investimantii magaalaa Riyaad keessatti qophaaye irratti akka jedhetti, “Sa’uudii gara biyyaa...


Loltoonni Agaazii Magaalaa Amboo irratti haleellaa hammeesuun gabaafame.
Guyyoota lamaan dabran keessa poolisii fi hawaasni magaalaa Amboo Konkolaatota Sukkaara Kontrobaandii erga qabanii booda, loltoonni...


Godina Shawaa Lixaa magaalaa Gudar keessatti loltoonni mootummaa namoota ajjeessuun gabaafame.
Godina Shawaa lixaa magaalaa Gudar keessatti loltoonni Agaazii dhukaasa bananiin, miseensa poolisii Oromiyaa tokko dabalatee namoota afur...


Prezdaantiin Ameerikaa Uggura baqatonni akka Ameerikaa hin seene jechuun labse ture kan kase tahu ib
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp yeroo duula filaannoo geggeessa ture irra jalqabe imammata haarawa adda addaa bafatee socho’aa...


Manni murtii ol’aanaa Keenyaa ol iyyannaa guyyaan Filannoo akka jijjiiramuuf gaafatame osoo hin ilaa
Filannoon Prezdaantummaa Keenyaa irraa deebiin October26/2017tti geggeeffamuuf karoorfammee ture, kadhimamaa Paartii mormituu Raayilaa...


Bulchiinsi Kurdistaan Wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu kan tursiisu tahuu beeksise.
Bulchiinsi Mootummaa naannoo Kurdistaan ibsa ganama har’aa baaseen, bu’aa rifarandamii hordofuun wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu...