top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Malikni Bahreeyn, biyyi isaa wal-gahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti kan hin hirmaanne tahu

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Oct 31, 2017
  • 1 min read

Malikni Bahreeyn Hamad Bin Iisaa al Khaiiifaa walgahii mana maree ministeerotaa guyyaa kaleessaa masara Qudeybiyaa keessatti geggeeffame irratti : " Qatar hanga ijjannoo isii sirreessitutti, Bahreeyn walgahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti hin hirmaattu" jechuu dhaabbanni odeeyfannoo biyyaatti gabaase.

Biyyoonni galoo galaana Arabiyaa, Biyya oollaa isaaanii irratti qoqqobbii kahuun ni yaadatam. Eegaa qoqqobbini Qatar irra kaahamee as immoo ijjannoon Malika Bahreeyn kun kan jalqabaa fi kan addaa tahuus gabaafameera.

Biyyoonni galoo galaana Arabiyaa Sa'udiin durfaman, Qatar hanga Ijjannoo isiii jijjiirtutti, qoqqobbii biraa kan irra kaahan tahuu ibsan.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page