

Sa'aad Hariirii gara Lubnaan deebi'e
Muummicha Ministeera Lubnaan kan ture Sa'aad Hariirii, torbaan lama dura Sa'udii irraa taayitaa isaa gad lakkisuueega beeksisee booda,...


Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa walgahii ariifachiisaa magaalaa Kaayiroo keessatti jalqabe.
Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa Alhada hardhaa walgahii ariifachiisaa ta'e magaalaa Kaayiroo keessatti kan jalqabe yoo tahu, walgahii...


Mootummaan Sa'udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle akeekkachiise
Mootummaan Sa'udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle fi kan achi keessatti argamanis ariitiin biyyattii lakkisanii akka bahan...


Muummichi ministeera Lubnaan Sa'aad Hariirii taayitaa gad lakiise.
Sa'aad Hiriiri ibsa Sa'udii keessatti Televiziyoonii Al-Arabiyaatiin Sabtii har'aa kenneen ,"Tayita kiyya gadi dhiisuu beeksisa" jedhe....


Malikni Bahreeyn, biyyi isaa wal-gahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti kan hin hirmaanne tahu
Malikni Bahreeyn Hamad Bin Iisaa al Khaiiifaa walgahii mana maree ministeerotaa guyyaa kaleessaa masara Qudeybiyaa keessatti geggeeffame...


Kufaatiin Gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa naannicha rakkoo hamaa keessa kan galchu akka ta’e
Amiirri Kuweet, Sheekh Sabah Al Ahmad Al Sabah, biyyoonni galoo galaana Arabiyaa waldhabdee Qaxar waliin qaban kan hin furamne yoo...