

Malikni Bahreeyn, biyyi isaa wal-gahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti kan hin hirmaanne tahu
Malikni Bahreeyn Hamad Bin Iisaa al Khaiiifaa walgahii mana maree ministeerotaa guyyaa kaleessaa masara Qudeybiyaa keessatti geggeeffame...


Kufaatiin Gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa naannicha rakkoo hamaa keessa kan galchu akka ta’e
Amiirri Kuweet, Sheekh Sabah Al Ahmad Al Sabah, biyyoonni galoo galaana Arabiyaa waldhabdee Qaxar waliin qaban kan hin furamne yoo...


Qatar seera mirga hojjatoota biyya alaa eegsisa jette baasuu beeksifte.
Qatar seera mirga hojjattoota biyya alaa eegsisu kan raggaasifte ta’uun gabaafame. Qatar hanga ammaatti seera akkana kan hin qabne yoo...