top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Prezdaantiin Ameerikaa Uggura baqatonni akka Ameerikaa hin seene jechuun labse ture kan kase tahu ib

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Oct 25, 2017
  • 1 min read

Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp yeroo duula filaannoo geggeessa ture irra jalqabe imammata haarawa adda addaa bafatee socho’aa ture. Imammata isaa kana keessaa immoo tokko baqatonni biyyoota muslimaa irra akka Ameerikaa hin seene jechuun ji'a 4f kan uggure ture yoo tahu, lammiilee biyyoota 11 alatti baqatoota biyyoota birootiif galmeen akka jalqabamu kan labse tahuu beekameera.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page