top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Sa'aad Hariirii guyya lama keessatti gara Lubnaanitti kan deebi’u tahuu ibse.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 14, 2017
  • 1 min read

Mummichi Ministeera Lubnaan Sa'aad Hariirii torbee dabre keessa gara Sa'udii eega imalee booda, aangoo fedhii isaatiin lakkisu labsee ture, Mootummaan Lubnaan immoo Hariiriin akka gara biyya isaa hin deebine Sa'udiin uggurte jechuun himataa ture.

Haata'uu malee Sa'aad Hariirii guyyaa lama dura Sa'udii keessa bilisaan akka jiruu fi gara biyyaattis dhihootti ni deebi'a jechuun alatti, guyyaa kana deebi'a kan hin jedhiin yoo tahu, lammiileen Lubnaan immoo ibsa kana kan kenne dirqameeti jechaa turan.

Ibsa guyyaa hardhaa kennen immoo guyyaa lama booda gara biyya isaatti ni deebi'a jechuu isaa odeeffannoon Anadolu Niiwuus irraa argame ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page