Ustaz Abdulmajid Huseen aakhiraman.
- NuuralHudaa
- Nov 5, 2017
- 1 min read
Ustaz Abdulmajid Huseen aakhiraman.
إنا لله وإنا إليه راجعون، فله ما أخذ وله ما أبقى وكل شيء عنده بأجل مسمى.
اللهم اغفر له وارحمه و اعف عنه
واكرم نزله ووسع مدخله
Ustaz Abdulmajiid dhukkubsatani wal’ansaf gara Turkiyaa kan geeffamee ture yoo tahu, ogeyyiin fayyaa Turkiyaa dhukkubiin sadarkaa hamma irra waan gayeef opiraasiyoonii godhuu kan hin dandeenye tahuu ibsuun gara biyyaatti akka deebifaman ibsan.
Ustaz Abdulmajiid gara biyyaatti deebisuuf qophii irra osoo jiraan kan Aakiraaman tahuus ibsameera.
Nutiis Ustaaza keenya Rabbiin Jannatan akka Qananiisuu fi akkasumas Ahlii isaaniif hawaasa muslimaa maraaf Rabbiin Sabrii akka kennu hawwiina!
Comments