top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Deeggarsi lammiilee Oromoo Naannoo Somaalee Irraa buqa'aniif godhamu cimee itti fufee jira.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 2, 2017
  • 1 min read

Godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti hawaasni, lammiilee Oromoo Naannoo Soomalee irraa qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deggarsa maallaqa huccuu fi meeshalee manaa adda addaa walitti qabuun cimee itti fufee jira.

Barattoonni Yuunivarsitii Haramaayaa Koollejjii Fayyaa Hararitti baratan, guyyaa kaleessaa huccuu fi kophee feestaala 80 tahu walitti qabuun gumaachaniiru. Haaluma walfakkaatuun godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Machaaraatti hojjattoonni mootummaa fi barattooni, ummata qe’ee isaa irra buqa'eef qarshii 37,485 walitti qabuun beekameera.

Magaalaa Jimmaa keessattis ummanni guyyaa hardhaa haala bareedaan deggarsa walitti qabaa kan jiru tahuu maddeen nuuf gabaasaaniiru.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page