Search
Godina Arsii lixaa aanaa Dodolaa ganda Sinaana Baaqaa keeysatti huffaazonni 70 eeybifaman.
- NuuralHudaa
- Oct 18, 2017
- 1 min read

Guyyaa ha'aa Roobii onkololeessa 8,2010A.L.I. godina Arsii lixaa aanaa Dodolaa ganda Sinaana Baaqaa keessatti, markazni Ibaadu-Rahmaan haafiizoota qur'aana 70 eebbisiisee baaseera. haafizoonni kunniin ijoollee gandaa fi kan naannoo garagaraa irraa dhufani hafazaniidha.
____
NuuralHudaa Soora Qalbii Muslimaa www.nuuralhudaa.com
Comments