Markazni Furqaan kan magaalaa Cirootti argamu barattoota Eebbisiise.
- NuuralHudaa
- Sep 26, 2017
- 1 min read

Markazni Furqaan kan magaalaa Cirotti argamu Sabtii darbe September 24/2017 Barattoota Hifzii Qur’aanaa barsiisaa ture 30 tahan Marsaa 7ffaaf Eebbisiise.
Sagantaa Eebba kana irratti Ulamaa'onni gurguddoon kan qooda fudhatan tahuus beekameera. Ulama'oota sagantaa kana irratti argaman keessaa; 1.Sheekh Muhammad Saanii magaalaa Baddeessaa irraa 2.Sheek Abdallah Bookee, Bookee irraa 3.Sheekh Abdallah Hirna, Hirnarraa 4. Sheekh Jamaal Siiraa Asabootirraa 5.Sheekh Aliyyii Dabbasoo Mishigi irraa 6. Sheekh Rijaal Baddeeysaa irra 7. Sheekh Jibriil Ciroo irraa Akkasumas imamaanii fi jiraattoonni magaalaa Ciroo kan irratti argaman tahuu maddeen gabaasaaniiru. _


Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com NuuralHudaa - Android Apps on Google Play Soora Qalbii Muslimaa

コメント