top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Sirni Hajjii bara kanaa Hagayya 30/2017 kan jalqabu tahuu ibsame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Aug 25, 2017
  • 1 min read

Manni murtii olaanaa Sa'udii sirni Hajjii bara kanaa Roobii dhufu August 30/2017 kan jalqabu tahuu ibse.

Sirna Hajjii bara kanaa irratti muslimoonni miliyoona lamaa(2,000,000) oli biyyoota guutuu Addunyaa irraa dhufan ni hirmaatu jedhamee eeggama. Biyyootni kudhan kan lakkoofsa Hujjaajotaa bay'ee hirmaachisan

1. Indoneezhiyaa Hujjaajota 221,000 2.Paakistaan irraa Hujjaajota 179,210 3.Hindii irraa Hujjaajota 170,000 4.Baangilaadesh irraa Hujjaajota 127,198 5.Misra irraa Hujjaajota 108,000 6.Iraan irraa 86,5000 7. Naayijeeriyaa irraa Hujjaajota 79,000.

8. Tarkii irraa Hujjaajota 79,000 9. Aljeeriyaa irraa Hujjaajota 36,000 fi 10. Morokoo irraa Hujjaajonni 31,000 sirna Haajjii bara kanaa irratti ni hirmaatu jedhamee eeggama. _ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com

Commenti


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page